bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
/
2 Corinthians 13
2 Corinthians 13
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
1
Gara keessan dhufuun kiyya kun hennaa sadaffa'aati. «Wonti maruu ragaa lamaa fi sadihiin mirkanaaya»
2
Akkuma hennaa lamaffa'aa isin bira ture dubbadhe, akkasuma fagoollee yoo ta'e, Kiristoos na keessa bulee akka dubbatu ragaa yoo barbaadan, deebi'ee yoo dhufe akka garaa isinii hin laafne; firrisa worra cubbuu hujaniin kaawwan maraafuu firrisee jedha. Firrisee Kiristoosillee waan keessaniif hin dadhabu. Haata'uu ammoo isin keessatti jaba'a.
4
Dadhabbi'iin fannifameera. Haata'uu ammoo, hunna Rabbiitiin jireennaan jiraata. Nullee akkasumaa isa woliin waan dadhabneef. Haata'uu ammoo waan isinii ta'een hunna Rabbiitiin isa woliin jireennaan jiraanna.
5
Isin amanta'aan jiraatu'uuf, jiraatuu dhabuu keessan uf qora'aa uf laalaa'a; maal laataa yoo ka gayumsa hin qabne waan isinitti fakkaate, Yesuus Kiristoos isin keessa akka jiru hin beettanii?
6
Nu ammoo worra gaye akka hin taane akka beettan abdii godha.
7
Waan hamaa akka hin goone, Rabbiin isinii kadhanna; Nu worra gayumsa qabu taanee mudhatu'uufii miti. Haata'uu ammoo nu hagamillee yoo worra gayumsa hin qabne taane, isin hennaa maraa waan mishaa akka gootaniif.
8
Nu dhuga'aaf hojjanna malee, dhugaa irratti mormii hin qabnu.
9
Nu dadhabnee, isin jabaa hennaa taatan waan gammanneef. Isin guutuu akka taatan, kanaafillee akkasuma hin faateffanna.
10
Ani hennaa gara keessan dhufu wonti Gooftaan baallii naa kenneef, isin diigu'uuf oduu hin taane, baallii naa kennameetti fayyadamee isin ijaaru'uuf, akka isin hin miineef fagoo taa'ee, waan kana isinii barreesseera.
11
Waan hafeen obboloota tiyya nagayaan taa'aa'a. Guutuu ta'aa'a; gorsa kiyya dhagayaa'a; yaada tokko ta'aa'a; nagayaan jiraadhaa'a; Waandhi jaalalaatii fi nagayaa isin woliin ta'a.
12
Dhungoo woyyu'uun nagaya wol gaafadhaa'a.
13
Woyyoonni maruu nagaya isinii dhamaniiran.
14
Ayyaanni Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii, jaalalti Rabbiitii fi tokkummaan Ayyaana Woyyu'uu isin maraa woliin haa ta'u. Amiin!
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13