bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
2 Chronicles 1
2 Chronicles 1
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 2 →
1
Ilmi Daawitii Solomoon mootummaa ifii jabeeffate; Mootiin Waan Maraa Waaqi isa eebbisee, mooticha jabaa isa godhe.
2
Achiin duuba Solomoon kolbaa Israa'elii mara, ajajjoota kumaa, ajajjoota dhibbaa, abbootii mura'aatii fi sooreyyii mootumma'aa mara, sooreyyii maati'ii mara ajajee,
3
Dunkaaniin Woldeenna'aa ta Waaqaa, ta tajaajilaan Mootii Waan Maraa Muuseen goomolee keessatti huje waan achi jirtuuf, Solomoonii fi kolbaan marti gara addee waaqonfanna'aa ta Giibe'on keessaa dhaqane.
4
Te'uu malee, Daawiti Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa, ta Kiriiyat-Ya'ariim jiru fidee, dunkaanii Yerusaalem keessatti dhaabe keessa keyeeraayyu.
5
Addeen ciinca'aa ta ilmi Urii Baxaali'el, akaakoon Huurii, sageettuu irraa huje achi Dunkaanii Woyyittii Mootii Waan Maraa dura jirtiiyyu; maarre Solomoonii fi kolbaan sun achitti fedhii Mootii Waan Maraa barbaadane.
6
Solomoon gara addee ciinca'aa ta sageettuu irraa hujantee, Dunkaanii Woldeenna'aa bira fuula Mootii Waan Maraa dura jirtuu ol bayee, achi irratti kennansa gubamu kuma tokko dhikeesse.
7
Halkan san Waaqi Solomoonitti mudhatee, «Waan ani sii kennu mara na gaafadhu» jedheen.
8
Solomoon deebisee Waaqaan, «Ati abbaa kiyya Daawititti jaalala keeti guddaa ka bara baraa mudhittee, akka ani addee isaatitti mootii te'u na gooteerta.
9
Ee, Mootii Waan Maraa Waaqa, ati kolbaa bindillaa biyya lafaa irratti mootii waan na gooteef, waadaan ati abbaa kiyya Daawitiif galte muummowuu ti.
10
Qarumma'aa fi beekkumsa ani ittiin kolbaa tana bulchu naaf kenni; yoo tun hin te'in kolbaa teeti hunnaamettii tana eentu bulchuu dande'a ree?» jedhe.
11
Waaqi Solomooniin, «Ati durummaa, qabeenna, ulfinna yookiin diinoti keeti akka dhumatanu, ifiifuu bara dheeraa akka leetuuyyuu hin gaafanne; ammoo kolbaa tiyya ta ani irratti mootii si godhe akka bulchituuf, qarumma'aa fi beekkumsa akka sii kennuuf waan na gaafatteef,
12
ani qarumma'aa fi beekkumsa sii hin kenna; kana maleelle qarummaa, qabeennaa fi ulfinna moototi si'iin duraa hin qanne, ka moototi si'iin duuba mootii te'u'uu jiranulle hin qabaanne sii kenna» jedhe.
13
Achiin duuba Solomoon addee waaqonfanna'aa ta Giibe'on keessaa ta Dunkaanii Woldeenna'aa duraatii ka'ee, gara Yerusaalemii deebi'e. Inni achi tee'ee kolbaa Israa'elii bulche.
14
Solomooniin mootichi garreettota fardo'oon harkifamanu kuma tokkoo fi dhibba afurii fi abbootii fardo'oo kuma kudhanii lama wolitti qabate; inni garreettota fardo'oon harkifamanu san keessaa garii qachoota garreettoti keessa keyamanu keessa keyee, garii ifi bira qachaa Yerusaalemii keessa keye.
15
Mootichi meeti'ii fi worqiin Yerusaalem keessatti akka dhaka'aa akka bacattu, birbirsille akka muka harru'uu ka biyya kooba jalaa akka bacatu godhe.
16
Solomoon fardoo ifii biyya Gibxi'iitii fi biyya Qiliiqiya'aa keessaa fichisiise; daldaltooti mootichaa biyya Qiliiqiya'aa keessaa bitanee fidane.
17
Garreettaa fardaan harkifamu tokko beesee meeti'ii dhibba jaan, farda tokko beesee meeti'ii dhibba tokkoo fi shantamaan biyya Gibxi'ii keessaa bitan; dabarsaneelle mootii Heetotaatii fi mootii Sooriya'aatitti gurgurane.
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 2 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36