Proverbs 19
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
3Nami gowwummaa ifiitiin jiruu ifii balleessa; gadhaa ifii keessatti ammoo Mootii Waan Maraa komata.
14Manaa fi durummaa worra irraa dhaalan; haati manaa qalbittiin ammoo kennansa Mootii Waan Maraa ti.