bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Proverbs 2
Proverbs 2
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 1
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 3 →
1
Ilma kiyya, jecha kiyya yoo fudhatte, ajaja kiyyalle qalbii teeti keessatti yoo bulfatte,
2
gurra keeti gara qarumma'aa yoo qabatte, gadhaa keetille gara hubanti'ii yoo deebifatte,
3
beekkumsa guddaa yoo waammatte, hubanti'iif qoonqoo ol qabattee yoo iyyite,
4
akka meeti'ii yookiin akka qabeenna dhoffameeruu, qarummaa yoo barbaadde,
5
ati Mootii Waan Maraa sodaatiisa hin hubatta; beekkumsa Waaqa beekiisalle hin dhaggatta.
6
Mootiin Waan Maraa, qarummaa waan namaa kennuuf, beekkumsii fi hubantiin isa biraa dhufan.
7
Inni worra qajeela'aaf, qarummaa kenna; worra komii hin qanneefille, wontee isaaniif te'a.
8
Inni daandii haqaa hin toowata; karaa worra isaaf addatamuulle hin eega.
9
Achiin duuba ati balchumma'aa fi haqa, waan dhugaa te'ee fi daandii dansaa mara hin hubatta.
10
Qarummaan gara qalbii teetii waan dhuttuuf, beekkumsi si gammachiisa.
11
Qalbeeffatiis si hin eeddi; hubatiisille si hin toowatti.
12
Qarummaan karaa worra hama'aa irraa, worra dubbii micciiru irraa si hin dhooggiti;
13
worri akkasii kun karaa dukkanaa ideemiisaaf, daandii qajeelaa worra lakkisu;
14
waan hantuu godhiisatti worra gammadu; micciiramummaa hamaaleyyi'iititti worra firinxiixu;
15
karaan isaanii micciirama'a; ideensi isaaniille daddaba'a.
16
Qarummaan dubartii gaarayyeeffattuu, ta jechoota gammachiisuun nama qaxafattu jalaa si baachi.
17
Dubartiin tun dhirsa dargagumma'aan heerumte lakkittee, waadaa Waaqa duratti galte deeteerti.
18
Manni isi'ii gara du'aa, daandiin isi'ii gara ekera'aa geessa.
19
Worri gara isi'ii dhaqu hin deebi'u yookiin daandii jiru'uu hin dhaggatu.
20
Maarre ati karaa namoota dansa'aa hin ideenta; daandii balchootaa irraa akka hin gorre hin eegatta.
21
Worri qajeelaan lafa irra hin le'an; worri yakkaa hin qannelle isii keessatti hin hafan.
22
Worri hamaan ammoo lafa irraa hin bada; worri hin addatanne isii irraa hin buqqa'a.
← Chapter 1
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 3 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31