bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Job 18
Job 18
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 17
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 19 →
1
Achiin duuba Biildaad nami biyya Shu'aa deebisee,
2
«Iyoob, ati yoom dubbattee fixxa? Caqasi, nuutille hin dubbanna.
3
Ati maaf akka hori'ii nu laakkotta? Ila teeti duralle'etti maaf akka gowwa'aatitti nu laakkotta?
4
Ati aarii teetiin ifuu miita malee, latti sababa keetiif hin ontu; yookiin rassaan addee ifii irraa hin tacho'u.
5
Issaan worra hamaaleyyi'ii hin dhaama; bobeenni ibidda isaaniille ijjumaa hin bobe'u.
6
Issaan dunkaanii isaanii keessa jiru hin dhaama; ifille hin dukkanowa.
7
Hunni tarkaaffii isaanii hin laatti; malli isaaniituu isaan hin gufachiisa.
8
Miilli isaaniituu tiyyoo keessa isaan hin galcha; gara boolla keessa bu'anuulle hin deeman.
9
Tiyyoon komee isaanii hin qaddi; fonxoroolle jabeessitee isaan hin qaddi.
10
Wodaroon isaan qaddu lafa keessatti dhoffanteerti; tiyyoolle karaa isaanii irratti afanteerti.
11
Wonni nama bararassu isaan marsiteerti; hordotteelle isaan hin ariiti.
12
Hunni isaanii beelaan dhumatteerti; badiille qophoottee isaan eegatti.
13
Dhukkubi gogaa nafa isaanii hin fixa; duuti harkaa fi miila isaaniille hin nyaatti.
14
Dunkaanii addatanee le'anu keessaa hin ari'aman; gara mootummaa du'aalle hin geeffaman.
15
Mana isaanii keessatti wonni takkaalle hin hattu. Qe'ee isaaniititti dhakaan bobe'u hin firfirfama.
16
Isaan akka muka hidda hunde'een goguutii fi dameeleen isaa qoortuu hin te'an.
17
Qaabbiin isaanii lafa irraa hin baddi; maqaan isaaniille lafa irraa hin bada.
18
Isaan ifa irraa gara dukkanaatitti hin ari'aman; biyya lafaa irralle'ee hin balleeffaman.
19
Odduu kolbaa ifiitii dhala yookiin sanyii hin qabaatanu. Addee isaan le'anulle'etti ka jiru'uun hafu hin jiru.
20
Worri gara aduun baatuutii fi gara aduun seentuu waan isaan irra geye dhage'anee sodaa guddo'oon qabamane.
21
Qe'een worra Waaqa malee le'uu addeen nama Waaqa hin beenneelle akkas teeti» jedhe.
← Chapter 17
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 19 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42