bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Job 32
Job 32
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 31
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 33 →
1
Iyoob, «Ani nama balcha'a» waan ifiin jedheef, jarri tun sadiin deebii isaaf deebisuu lakkisane.
2
Eliihuun ilmi Baaraakelii Buzichaa ka maatii Raamii te'e, sababa Iyoob Waaqa caalaa ifi balchoonseef guddoo aare.
3
Jaaloti Iyoobii sadiin deebii quussitu Iyoobiif waan hin deebisiiniif, deebiin isaanii tun akka Waaqi dokonkora hujeeru waan gooteef, Eliihuun isaan irralle'etti aare.
4
Isaan duudiin angafoota isaa waan te'aneef, haga isaan dubbatanee fixatanutti, Eliihuun Iyoobitti dubbatiisaaf eegateeyyu.
5
Afaan jara sadiinii tana keessa deebiin akka hin jirre yennaa dhagge, Eliihuun aare.
6
Maarre Eliihuun ilmi Baaraakelii Buzichaa deebisee, «Ani ijoolle'e; isin nama gugurda'a; tanaaf sodaadhee waan beeku himiisaaf isinitti hin gamne.
7
Ani, ‹Nami gugurdaan qara dubbatuu ti; qarummaa bara heddu'utti dhaggatane barsiisanuu ti› jedhe.
8
Ammoo ka nama keessa bulee hubantii namaaf kennu ayyaana Waaqa waan mara dande'uu ti.
9
Qarummaan guddatane'eefii moti; waan sirrii te'e hubatiisille dulloomane'eefii moti.
10
«Tanaaf na caqasa'a; anille waan beeku isinitti hima.
11
Kunoo, ani haga isin dubbatanee fixxanu eegadhe; jechoota filataa yennaa dubbattanu miidhassee caqase.
12
Ani akka dansaa isin caqase; ammoo isin keessaa nami tokkolle balleessaa Iyoobii mirkaneessee dubbii isaatiif deebii ka kenne hin jiru.
13
Isin, ‹Nuuti qarummaa dhagganneerra; ka Iyoobiif deebii kennu Waaqa malee namaa moti› hin jedhina'a.
14
Iyoob isin morme malee na hin mormine; anille moromaa akka keessaniitiin isaaf hin deebisu.
15
«Isaan rifatanee waan deebisanu dhabanee dubbiin isaan duraa badde.
16
Kunoo, sababa isaan hin dubbanneef, waan isaan deebii deebisanu dhabanee dhaabbataneef ani isaan eeguu qabaa ree?
17
Anille deebii tiyya hin deebisa; waan beekulle hin mudhisa.
18
Ani waan dubbadhu hedduu waan qabuuf, cadhisuu hin dande'u.
19
Keessi kiyya daadhii woyni'ii ta cuqqaalantee, akka qalqalluu daadhii woyni'ii haareyaa ka dho'iisa geyee ti.
20
Akka furadhuuf dubbatuu qaba; afaan kiyya banadhee deebii kennuu qaba.
21
Ani nama tokkoofille hin rogu; nama tokkolle hin kukuulu.
22
Ani nama kukuuliisa waan hin beenneef, silaa ka na dade dafee na balleessaayyu.
← Chapter 31
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 33 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42