bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Job 8
Job 8
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 9 →
1
Achiin duuba Biildaad nami biyya Shu'aa deebisee,
2
«Haga yoomii dubbii akkasii dubbatta? Dubbiin afaan keetii baatu akka qilleensaa ti.
3
Waaqi muraa hin dassaa? Yookiin Waaqi waan mara dande'u dhugaa hin dassaa?
4
Ijoolleen teeti yoo Waaqa yakkitee jiraattee, inni adabbii cubbuu isaaniitiif dabarsee isaan kenne.
5
Ati ammoo yoo Waaqa barbaaddee, Waaqa waan mara dande'ulle yoo gaafatte,
6
ati qullu'uu fi qajeelaa yoo teete, inni dhugumaan si qarqaariisaaf hin ka'a; gara addee teetii ta si'iif maltetti si hin deebisa.
7
Jalqabi keeti diqqaa te'ulle, muummee irratti hin banqaaxxa.
8
«Me dhaloota durii gaafadhu waan abbootiin isaanii qorqoranee dhagganelle qalbeeffadhu.
9
Nuuti kalee waan dhalanneef, womaalle hin beennu. Barri keenna ka biyya lafaa irraalle akka gaaddisaa dabara.
10
Wonni isaan si barsiisanuu fi sitti himanu waan hubataneeranuu motii ree?
11
Allaaduun addee caffaan hin jirretti latuu dandeettii ree? Addee bisaan hin jirretti shonbooqqoon hin banqaaxxii ree?
12
Adoo kichu'uutuu adoo hin muramin biqiltoota dhibi'iin dura hin qooran.
13
Worri Waaqa dedhu duudiin akkasuma; addiin nama Waaqa malee le'uu hin baddi.
14
Inni waan akka kaso'otti citutti addata; addiin isaalle mana saaphuphu'uu ti.
15
Nami tokko mana saaphuphu'uutitti yoo irkate, manni sun hin dhaabbatu. Inni mana san yoo qabate, isa duraa hin cita.
16
Nami hamaan akka biqiltuu aduu keessatti dagaaguu ti; dameen isaa oorruu gubbaa babadhata.
17
Hiddi isaa tuulaa dhaka'aatitti marata; odduu rassa'aa keessalle karaa barbaadata.
18
Nami tokko addee isaa irraa yoo isa buqqise, addeen sun, ‹Ani si dhaggee hin beeku› jettee isa hin mormatti.
19
Kunoo, gammadi jiruu hidda sanii kanuma; biqiltuun dhibiin lafa san keessaa hin latan.
20
«Waaqi worra komii hin qanne hin gatu; yookiin worra hantuu huju hin qarqaaru.
21
Inni akka ati kollituu fi ilillittu si hin godha.
22
Worri si jibbu qaanii uffata; dunkaaniin worra hama'aa hin baddi» jedhe.
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 9 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42