bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Job 20
Job 20
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 21 →
1
Achiin duuba Zofaariin Naa'imaatichi deebisee,
2
«Iyoob, ani deebii akka kennuuf yaadi kiyya na dirqansiisa; tanaaf dubbatiisaaf ariifadha.
3
Arraffama ittiin salphadhe dhage'adheera; hubatiis kiyya akka ani deebii kennu na godheera.
4
«Bara durii durii yennaa nami biyya lafaa irratti dadameen jalqabee, dubbii akkasii tana beettaa ree?
5
Qaca'iis worra hama'aa, haguma diqqa'a. Gammadi worra Waaqa malee le'uulle haga lipheettii ilaa ti.
6
Isaan haga ol-gubba'aa ifi ol ol qabanulle, mataan isaanii duumensa tuqulle,
7
isaan akkuma faalowa ifii hin badan; worri dur isaan dhaggeeru, ‹Isaan meet ree?› hin jedhan.
8
Isaan akka oojju'uu waan badanuuf hin dhaggamanu; akka mudhii halkaniille hin badan.
9
Ilti tanaan dura isaan dhaggite, deebitee isaan hin dhaggitu; isaan addee le'anu irralle'ee hin badan.
10
Ijoolleen isaanii waan abbootiin isaanii hiyyeeyyii irraa saante sossobataa hin deebitti.
11
Nafi isaanii ka hunna dargaggumma'aatiin guutame isaan woliin biyyee hin te'a.
12
«Hammeenni afaan isaanii keessatti mi'owee, arraba ifiitiin jalatti dhossanee,
13
afaan ifii keessaa baasuu jibbanee, afaan ifii keessatti qabatanulle,
14
sagaleen isaanii gadhaa isaanii keessatti gara hadha'aatitti hin jijjiiranti; akka hadhaa dhudhuufa'aalle hin teeti.
15
Isaan karra nyaatane hin tufan; Waaqi waan isaan nyaatane akka diddiganu hin godha.
16
Wonni isaan nyaatanu hadhaa dhudhuufa'aa itti hin teeti; hadhaa buuti'iille itti teetee isaan hin ijjeetti.
17
Isaan bisaanii fi laga ka dammaa fi itittuu woliin yaa'u hin dhagganu.
18
Waan ifii itti elowane adoo hin nyaatin deebisanee hin kennan; bu'aa daldalanee dhaggatanelle'etti hin gammadanu.
19
Isaan hiyyeeyyii cunqursanee duwwaa hamburanee, mana ifii hin ijaarinille waan fudhataneef tun teete.
20
«Joljolummaan isaanii foora isaan dhooggiteerti; qabeenni isaanii isaan baasuu hin dande'u.
21
Isaan waan qabanu nyaatanee hin fixan; tanaaf qabeenni isaanii dafee hin dhumata.
22
Qabeenna hedduu qabaatanulle, deegi isaanitti hin bu'a; rakkoon jadduulle isaan hin dhaqqaddi.
23
Isaan nyaatanee yennaa quufanu, Waaqi aarii ifii isaan irratti bobeessee, balaa ifii akka bokkeyaa isaan irratti hin roobisiisa.
24
Shallaagaa sibiilaa jalaa yoo miliqe daaya sageettu'uutiin hin woraanama.
25
Daayi sun woraanee duddaan isa fulla'a; qacceen calalaxxuun arfii sanii tiruu isaanii keessa baati; naasuulle'een hin qabaman.
26
Qabeenni isaanii duudiin dukkana dimmaa keessatti bada; ibiddi hin dhaanne isaan hin guba; waan dunkaana isaanii keessa hafelle muxuq godha.
27
Ol-gubbaan yakkaa isaanii hin mudhitti; lattille diinumma'aan isaan irratti hin kaati.
28
Guyyaa mufii Waaqaa qabeenni mana isaanii lola'aan hin fudhatama.
29
Qoodi Waaqi worra hama'aaf kennu, gatiin isaaniille tana» jedhe.
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 21 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42