bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
/
2 Corinthians 13
2 Corinthians 13
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
1
Eegaa gara keessan yoo dhufu kun sadaffaa kiyya, yoomuu wonitti marrinuu ka mirkanaayu ragaa lamaan yookiin sadi'hiin.
2
Iaalicha kiyya ka lammaffa'aatiin isin woliin yeroo turetti, ufi eegganna'aan dubbadhee ture, amma ammoo fagoo ta'ee asiin durana worra cubbuu hojjatanii fi kaaniiniif'llee, ufi eeggachiisu'uun ni dubbadha, amma gara keessan deebi'ee yeroo dhufutti eennuuf'llee hin nayu.
3
Isin ana keessa bulee ka dubbatu Kristosiin ta'uu isaa mirkaneesu'uuf ni barbaaddan, isin biratti ka muldhatu'llee huminna isaati malee, dadhabbii isaatiinii miti.
4
Inni fannoo irratti fannifamee ka du'e dadhabaa ta'uu isaatiin yoo ta'e'llee, amma huminna Waaqaatiin lubbu'uun ni jiraata, nu'llee isa woliin dadhabddoota taanee jirra, wolitti dhufeenna isin woliin qabnnuun garuu isa woliin, huminna Waaqaatiin ni jiraanna.
5
Amantii keessaniin ka jabaattan ta'uu keessan mirkaneessu'uuf mataa keessan qoradhaa, mataa keessan qormaataa, Yesus Kristos isin keessa jiraachuu isaa hin hubanne moo? Kana ta'uu yoo dhabeete qormaataan kufttanii jirttan jechu'u,
6
Nu'u qormaataan kufuu dhabuu keenna akka nuuf hubattan, abddii ni taasfnna.
7
Waan hamaa akka hin raawwanneef gara Waaqaa ni kadhanna, ka kadhannu'llee yoma nu'llee worra gayeessota taanee uduu hin muldhatin yoo hafinne'llee, isin yeroo maraa waan mishaa ta'e akka raawwattaniif malee, nu'u gayuumissa keenna muldhisu'uufii miti.
8
Nu'u waan dhuga'aatiif hojjanna malee, duddagala dhuga'aa ka ta'e womaayyuu hin hojjannu.
9
Nu'u dadhabddoota taanee isin garuu jajaboota yoo taatan ni gammanna, kadhannaan keenna akka isin muda maleessota taataniif.
10
Ergaa kana isin irraa fagaadhee uduu jiru ka isiniif barreesse woma kanaaf, bifa kanaan gara keessan yeroo dhufutti aangoo Gooftaan naa kenneen isin hin sarddu, Gooftaan aangoo ka naaf kenne isin ijaaruuf malee, isin diigu'uufii miti.
11
Waan hafeen yaa obboleeyyan! Nagayaan ta'aa! Akkaataa jireenna keessan sirreeffadhaa, gorssa kiyya horddofaa, ufii keessan woliigalaa, nagayaan jiraadhaa, Waaqinni jaalala fi nagayaa isin woliin ni ta'a.
12
Wol dhungoo Qulqullaayome qabuun wol dhungata'aa nagaya wol gaaffadhaa,
13
Amanttoonni marrinuu nagaya isiniif ni dhiyeessan.
14
Keennaan bilisaa ka Gooftaa keenna Yesus Kristosii, jaalallitti Waaqaa, tokkummaan Hafuura Qulqullu'uu isin mara woliin haa ta'u.
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13