bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
/
2 Corinthians 13
2 Corinthians 13
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
1
Mar. roon sadeessoo ta anin imaltuu gara keessan dhufu tana. Kajellaan cuftii dhugaa lamaa sadii qabaachuu malte, akkuma barreessin jettuu Kajeellaan cuftii dhugaa lamaa sadii qabaachuu malte.
2
Anin warra durii daba tolchee fi nama kaan cufa gorsuu fedha; anin duriillee, gaafa imaltuu lammeessoo gara keessan dhufe la jedhee, ammoo ammallee ka isan irraa fagoo jiru injedha; gaafa anin takkaa tanaa dhufuu, namii tokkolleen gaargala duraa hinbahu.
3
Yo sun akka Kiristoon afaan kiyyaan dubbatu inargitan. Innii yo wa isan tolchuu laafinaanitii, jabeenna ufi agarsiisa.
4
Adoo laafinnaan fannoo gubbaatti isa ijjeesaniillee, amma jabeenna Waaqaatiin jira. Nulleen karaa isaa gulaan lallaafoo; ammoo jabeenna Waaqaa ka gara keessan jiruun isa waliin teenna.
5
Ufi laalaa, ufi qoraa, akka, dhugeeffachaa keessa teettanii ufi agartan. Isan akka Kiristoo Yesus isan keessa jiru beettuu? Yo isan ufi hinjibaatiin.
6
Hegerii akka nu ufi hinjibaatiin inagartan.
7
Nu akka isan daba keessa hinseenne Waaqaa kadhannaa akka nu waan dansaa hojjannee dabsannee agarsiiftuuniti, ammoo akka isan waan qajeelaa tolchitan, adoo nu nama ufi jibbaate fakkaanneelle.
8
Nu inhojanaaf malee dandeennee dhugaa Waaqaa hin yakkinu.
9
Nu yo ufii laamnee ammoo isan jabaattan ingammanna. Tanaaf nu akka isan qixxee taatan Waaqaa kadhanna.
10
Mar. roo waan kanaatiif anin ergaa tana adoo fagoo isan irraa jiraadheellee, isanitti barreessa; akka yo dhufu, anin jabeenna Aabboon naa kenneen isanitti hindallanne, jabeenna isaniin jabeessu malee ka isaniin balleessuniti.
11
Obboleeyyaan tiyya amma nagayaatti! Waan qixxoomaa barbaadaa; waan innii jedhu caqasaa; waldhaqaa, nagayaan waliin taa'a. Yoos Waaqii nagayaatii fi ka jaalalaa isan waliin taa'aa.
12
Dhungoo obboleeyyanumaatiin waldhungadhaa!
13
Gumiin Waaqaa cuftii nagaa isanii dhaamti.
14
Eebbitii Aabboo keenna Yesus Kiristoo, jaalaltii Waaqaa waldhaqisii Hafuura Qulqulloolleen ha nu cufa waliin taa'uutii!
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13