bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Hosea 3
Hosea 3
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 4 →
1
Rabbi akkana naan jedhe, «Worri Israa'elii gara waaqa tolfama'aa dhaqanii daraaraa woyini'ii ka goge yoo dhiyeessuu barbaadanillee Rabbi woma kana woliin isaan jaalata; atillee akkasuma gara dubartii seebartu ta jaalalloo qabduu deemii jaaladhu.»
2
Kanaafuu ani isii birrii kudha shanii fi garbuu kiiloo dhibbaa fi shantamaatiin bite.
3
Ati uduu hin seebarree fi qaama kee dhiira tokkoofillee uduu hin kennine ana eega'aa hennaa dheera'aaf turuu si barbaachisa; anillee akkasuma sii godha jedhee isi'itti hime.
4
Akkaataa kanaan baniin Israa'elii mootii, bulchaa, ciincaa dhiyeesuu'u, soodduu'u, uffata gadumma'aa uduu hin uffannee fi fakii waaqa tolfama'aa malee baroota hedduuf jiraatan.
5
Armaan maayii worri Israa'elii gara Rabbii Waaqa ufiitii fi gara mootii ufii gara Daawitii deebi'an; baroota maayessaatitti soda'aan gara Rabbii dhufanii eebba isa irraa fudhatan.
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 4 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14