bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Hosea 6
Hosea 6
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 5
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 7 →
1
Baniin akkana jedha, «Koottaa'a! gara Rabbii deebinaa! inni akkuma nu cabse nu fayyisaa; inni akkuma nu madeesse madaa keenna yaalaa.
2
Nu'u isa afo'otti akka jiraannu guyyaa lamaan maayessa nu haarawoomsa guyyaa sadeesso'ootitti nu kaasa.
3
Koottaa'a Rabbiin haa beennuu; shakkii malee isa duukaa haa buunuu; inni akka ifa bariisa'aatii fi akka badheessaatitti dhugamaan gara keenna dhufa.»
4
Rabbi akkana jedhe, «Isin banii Israa'eliitii fi banii Yihuuda'aa! ani maaluma isin godha? jaalalti isin naaf qabdan akka fixeensa ganamaa dafee bada.
5
Ani karaa raattota tiyyaatiin akka isaan balleessu, dubbii kiyyaanillee akka isaan ajjeesu isaan seere; kanaafuu murtiin kiyya akka ifa ganamaa ifa.
6
Ani ciincaa caalaa jaalala hin jijjiiramne jaaladha; ciincaa ciincayu caalaa ana Rabbiin beekuu keessan filadha.
7
Isaan hennaa gara biyya ufii galan waadaa hulee ‹Adaam› jedhamutti na woliin galan hin diigan, isaan akka naaf amanamtoota hin taane mudhisan.
8
Gala'aad qachaa namoonni hammeeyyiinii fi worri dhiiga namaa jissa'aa nama ajjeesan keessa guuteeru taateerti!
9
Akkuma saamtonni nama ajjeesu'uuf gaadan akkasuma godhan; isaan karaa gara Seekemii fiduutiin gaada'aa nama ajjeesa'aa yakka nama saalfachiisu raawwatan.
10
Ani waan guddisee nama jibbisiisu banii Israa'elii biratti argeera; innillee baniin waaqolee tolfamaa waaqeffata'aa seebaraan battaayaniiran.
11
Isin banii Yihuuda'aa! ani guyyaa isinittillee murteessu qopheeffadheera.
← Chapter 5
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 7 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14