bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Zechariah 13
Zechariah 13
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 14 →
1
Waandhi banii maraa akkana jedha, «Hennaa san burqaan cubbuu fi battummaa ijoollee Daawitiitii fi worra Yerusaalemiin keessa jiraatan qulqulleessu hin burqa.
2
Ani hennaa san maqaa waaqolee tolfama'aa lafa irraa balleessa; ka deebi'ee isaan qaabatu hin jiru; waaqolee tolfamaa raattotaatii fi hafuurran battii hin balleessa;
3
Yoo namni kamuu ani raatticha jedhee ka'e abbaan isa uumatee fi haati isa deette maqaan Rabbiitiin waan soba dubbatteef du'uu si barbaachisa jedhaniin; uduma inni raaga dubbatu maatiin isaa woraananii isa ajjeesan.
4
Hennaa san namni kamuu ka ani raatticha ufiin jedhu mudhata raagaa ka ufii arga'aarutti hin saalfata; inni nama gowwoomsu'uuf uffata rifeensa qabu uffatee namatti hin mudhatu.
5
Inni «ani nama qonnaan bulu malee raattichaa miti; ani ka'imummaa kiyya irraa jalqabee lafa qonnaa qaba» jedha.
6
Namni tokko yoo «Eeganaa madaan si irra jiru kun maali'i? jedhee isa gaafate madaa mana jaalalloo kiyyaatitti madaaye jedhee deebisaaf» jedha.
7
Waandhi banii maraa akkana jedha, «Yaa guraadee'e! ati tissee kiyya ka naan wolii galutti ka'i! akka hoolonni bittinnaayan tissee dhayi! anillee didiqqaa irratti harka kiyya hiixadhaa.
8
Banii biyyaa keessaa sadihii keessaa harka lamaa dhayanii ajjeesan; ta'ullee harka sadihii keessaa tokko hin hafa.
9
Isaanillee ibiddatti isaan gata; akkuma birriin ibiddaan qulqullaawu ani isaan qulqulleessa; akkuma worqiin ibiddaan qoramu isaan qora; achiin maayessa isaan na kadhatan; anillee isaanii deebisa; ani «Banii kiyya» jedhee isaan waama; isaanillee ‹Rabbi Waaqa keenna› jedhanii na waaman» jedha.
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 14 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14