bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Zechariah 5
Zechariah 5
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 6 →
1
Ani deebi'ee hennaa laalu kitaaba maramee qilleensa irra bararu arge;
2
Maleekkichi «maal arga'aarta?» jedhee na gaafate; anillee «kitaaba maramaa dheerinni isaa meetira kudhaniitii fi badhinni isaa meetira shanii ka qilleensa irra barara'aaru arga'aara» jedheen.
3
Innillee «kitaaba maramaa san keessatti abaarsa biyya marattuu dhufutu irratti barreeffameera; kitaabni maramaan sun gara tokkoon, ‹Hattuun maruu lafa irraa bada ka jedhu yoo ta'u gara biraatiin ammo ‹worri sobaan kakatan maruu hin badan» jedha.
4
Rabbi Gooftaan banii maraa «Ani abaarsa kana hin erga; inni gara mana hattootaatii fi gara worra sobaan maqaa kiyyaan kakata'aa dubbatanii maraa seena; abaarsi sun hennaa mana isaanii seene achi turee manniin isaanii maraa hin diiga jedha» naan jedhe.
5
Maleekkichi ammallee gara kiyya dhufee «wonti dhufa'aaru maal akka ta'e laali» naan jedhe.
6
Anillee «wonti kun maali'i?» jedheen, innillee «wonti kun keeshee cubbuu biyya marattuu ta'a'aaru mudhisu» naan jedhe.
7
Keesheen sun qadaaddoo cilee dhaga'aa irraa hojjatame qaba; uduma ani laalu qadaaddoon isaa irraa ol baname; keeshee san keessa dubartii takkatu taa'eera.
8
Maleekkichi, «Haga Dubartiin tun fakkeenna dhibu'uuti» naan jedheen maayessa dhiibee keeshee keessa gad deebisee qadaaddoo deebisee cufe.
9
Ani hennaa ol jedhee laalu dubartoonni lamaa barara'aa natti dhufan; koolli isaanii akka koola shaallo'oo jaba'a; isaan keeshee san lafaa fuudhanii gara sami'ii ol bararan.
10
Anillee maleekkaa na woliin dubbata'aa tureen «Keeshee eessa fida'aaran?» jedhee gaafadhe.
11
Innillee, «Gara Sanaa'oorii fidanii mana isaa ijaaru'uuf ta'an; manni ijaaramee yoo dhumateen maayessa keeshee achi kaayan» naan jedhe.
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 6 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14