bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Ezekiel 19
Ezekiel 19
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 20 →
1
«Faaruu gaddaa qondaaltota Israa'eliitiif faarsa'aatii:
2
«‹Haati teeti neenqota keessaa neenqa dhalaa attamii ti! Isiin neenqota dardara odduu ciittee, ilmoolee ifii guddifatte.
3
Isiin ilmoolee ifii keessaa tokkocha guddifatte; innille neenqa dardara te'e; adansee qabatiisa baratee, nama nyaate.
4
Gosi biyya adda addaa marroo isaa dhageette; inni boolla isaan qotane keessa seenee qabame; Isaanille hookkoo itti keyanee harkisanee gara biyya Gibxi'ii geessane.
5
Addiin isi'ii bu'aa akka hin qanne, wonni isiin eegatte akka isi'ii hin teene yennaa dhaggite, ilmoolee ifii keessaa ka dhibii fuutee guddittee, neenqa dardara goote.
6
Innille odduu neenqotaa asii fi achi ideeme; neenqa dardara te'ee adansee qabatiisa baratee, nama nyaate.
7
Inni kushee isaanii jadduu caccassee qachaa isaanii balleesse; lattii fi wonni isii keessaa marti dhangaa inni dhowuun sheephitte.
8
Achiin duuba gosi biyya adda addaa karaa maraan isatti kaate; isaan caccoo ifii isa irratti afanee, inni boolla isaan qotane keessa seenee qabame.
9
Hookko'oon harkisanee gooree sibiilaa keessa keyanee gara mootii Baabilonii geessane. Dhangaan inni dhowu gaarota Israa'elii irratti deebi'ee akka hin dhage'ane addee inni itti hidhamee eegamu keessa buusane.
10
Haati teeti muka woyni'ii ka bisaan qarqaratti dhaabane, ka sababa bisaan guddaa saniitiif midhaan bacaa buusee banqaaqe fakkaatti.
11
Dameeleen isaa jajjabaattee, ulee bokku'uu ta bulchitootaa teete. Hojjaan isaatii fi dameeleen isaa bacaan, ciggaa keessaa ol dheeratanee mudhatane.
12
Te'uu malee aari'iin buqqifamee lafatti gatame; qilleensi goomole'ee ka karaa aduun baatuu midhaan isaa qoorsee, irraa lafatti harcaasee goggosse; dameelee isaa jajjadduu sanille ibiddi nyaate.
13
Amma muki woyni'ii goomolee keessa addee bisaan hin jirre lafa goddu'utti dhaabame.
14
Qaccee damee muka woyni'ii guddittii keessaa ibiddi bayee midhaan isaa mara nyaate; dameen jadduun ulee bokku'uu ta bulchitootaa teetu, ijjumaa irratti hin hanne› jedhi. Tun faaruu gaddaa, ta yennaa gaddaa faarfatanu» jedhe.
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 20 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48