bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Ezekiel 4
Ezekiel 4
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 5 →
1
«Ilma namaa! Faara loobamaa tokko fuudhii ifi dura keyiitii, qachaa Yerusaalemii irratti qiriixi.
2
Akka loltootaan marfameetitti waan qachaa san marsu itti hujii, kushee dhaka'aa itti ijaari; biyyeelle tuuliitii yaabbannoo itti ijaari. Addee quttumaalle itti naannessii ijaariitii, waan dalleya dhaka'aa ittiin diiganulle itti naannessi.
3
Eelee sibiilaa fuudhiitii wodhakkaa teetii fi qachaa sanii akka dalleya sibiilaatitti keyi; fuula keeti gara qacha'aa deebifadhuutii ila itti baasi. Qachaan sun ka marfame hin te'a; ati qachaa san hin marsita; kunille kolbaa Israa'eliitiif beessisa hin te'a.
4
«Achiin duuba gara cinaacha bita'aatitti irkadhuutii, cubbuu Israa'elii ba'adhu; akka laakkossa guyyaa cinaacha keeti irratti irkateetitti cubbuu isaanii hin ba'atta.
5
Akka laakkossa woggaa Israa'elooti cubbuu hujjaneetitti, guyyoota laakkowee sii hin kenna. Tanaaf, guyyaa dhibba sadii fi sagaltama cubbuu Israa'elootaa hin ba'atta.
6
Yennaa tana fixxe, yennaa lammeesso'oo cinaacha middaa irratti guyyaa afurtama irkattee, cubbuu Yihudootaa hin ba'atta. Cubbuu woggaa tokko tokkootiif, guyyaa tokko tokko akka irkattu ani murteesseera.
7
«Ati fuula keeti gara marfama Yerusaalemii deebifadhuutii, ila itti baasii, harka keeti irraa woyaa caccaffadhuutii, raaga ifi eeggachisiisaa itti dubbadhu.
8
Haga guyyaan marfama keetii sun fixamutti, cinaacha kaan irraa gara cinaacha kaaniititti akka ati gara hin galle ani wodaro'oon si hin hidha.
9
«Qamadii, garbuu, baaqela, misira, mishinqa'aa fi garbuu qoroxo fuudhiitii wolitti makii daabboo huji; guyyaa dhibba sadii fi sagaltama yennaa cinaacha keeti irratti irkatu san isii san hin nyaatta.
10
Sagaleen ati guyyuma guyya'aan nyaattu, gara giraama dhibba lama fi soddoma teetuu ti; isuma tana yennaa murtootte keessatti nyaadhu.
11
Hagi bisaan ati guyyuma guyya'aan untuulle gara wodhakkaa litiri'ii te'uu ti.
12
Faalowa namaa ka goge bobeeffadhuutii, addee nami dhaggutti akka daabboo garbu'uu bilcheeffatutti daabboo san bilcheeffadhuu nyaadhu» jedhe.
13
Mootiin Waan Maraalle, «Akkuma kana kolbaan Israa'elii addee ani isaan itti bittinneessu gosa biyya adda addaa oddu'utti sagalee ifii battii hin nyaatan» jedhe.
14
Achiin duuba anille, «Goottaa Mootii Waan Maraa, hoola! Ani ijjumaa battowee hin beeku. Ijoollummaa tiyyaan jalqabee waan ifiin du'e yookiin waan bineensi ijjeese ani ijjumaa nyaadhee hin beeku; foon battowe afaan kiyya seenee hin beeku» jedhe.
15
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, anaan, «Kunoo, addee faalowa namaa, dhoqqee loonii bobeeffattee, sagalee akka itti bilcheeffattu hin godha» jedhe.
16
Inni ammalle, anaan, «Ilma namaa! Kunoo, ani sagalee Yerusaalemiif dhikaattu irraa hin kuta. Isaan yaaddo'oon guutamanee, sagalee madaalli'iin nyaataa, bisaan qusataa hin unan.
17
Ani akka isaan sagale'ee fi bisaan dhabanuuf, wol ilaalanee akka isaan rifatanuuf, sababa yakkaa ifiitiif gad deebi'anee akka isaan badanuuf, tana hin godha.
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 5 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48