bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Ezekiel 31
Ezekiel 31
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 30
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 32 →
1
Booji'annee woggaa kudhanii tokkeesso'oo, ji'a sadeesso'oo guyyaa tokkeesso'ootitti jechi Mootii Waan Maraa gara kiyya dhufee,
2
«Ee ilma namaa! Fara'oonii mootii Gibxi'iitii fi kolbaa isaa bindilla'aan, ‹Guddinnaan ati eennu fakkaatta?
3
«‹Kunoo, Asoor dur akka hindheensa Libaanon keessaa ka dameelee dadansa'aa ka gaaddisa gongoma'aa, ka ol dheeratee, qacceen isaa duumensa odduu jirtuu ti.
4
Bisaan isa ol dheeresse; maddi qile'ee isa guddisee, adaala inni latetti lagi akka yaa'u godhee, bisaan gara mukoota gongomaa keessaa akka yaa'anu godhe.
5
Bisaan guddaa waan dhaggateef, mukoota baddaa keessa jiranu mara caalaa dheerate; dameeleen isaa lattee dheeratte.
6
Sinbirrooti marti dameelee isaa keessatti mana ifii ijaarratane; bineensoti marti dameelee isaa jalatti ilmoolee dhalane. Gosi biyya adda addaa gugurdoon marti gaaddisa isaa jala leete.
7
Hiddi isaa gara bisaan gudda'aa gad waan seeneef, banqaaqiisaa fi dheerinna dameelee ifiitiin hin miidhagaayyu.
8
Hindheensi oorruu Waaqaa keessa jiruuyyuu isa woliin wol hin qixxawu; muki gosa adda addaa ka dameelee dheertuu akkasii qabu hin jiru. Mukooti oorruu Waaqaa keessaa ka miidhaginna isaatiin wol qixxawu tokkolle hin jiru.
9
Ani dameelee banqaaxxuu isaatiin akka inni miidhagu godheera; mukooti oorruu Waaqaa keessa jiranu marti isa hinaafane.
10
« ‹Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa: Inni ol dheeratee, qacceen isaalle duumensa dhaqqaddee, dheerinna ifiitiin waan kooreef,
11
ani harka bulchitoota gosa biyya adda addaatitti dabarsee isa hin kenna. Inni akka hammeenna ifiititti gatii hujii ifii hin dhaggata; ani baasee isa hin gata.
12
Gosi ormaa ta biyya adda addaa gadhi-jabeeyyiin isa muranee, jissanee lakkisane; dameeleen isaa gaaraa fi dhooqa mara keessatti caccaddee hin harcaati; dameeleen isaa bowwaa lafa sanii keessatti hin caccaddi; gosi biyya adda addaa ta gaaddisa isaa jala jirtu marti isa lakkisanee hin deeman.
13
Sinbirrooti marti jirma isaa ka jige san irratti qubatanee, bineensoti marti dameelee isaa oddu'utti galane.
14
Tanaaf, muki laga qarqaraa marti, baala rubbanaan gubba'atti dameelee ifii ol yaafatee, haganaa achi kooree mataa ifii ol hin baafatu. Haganaa achi muki bisaan akka maltetti dhaggate marti akka kana hojjaa hin qabaatu. Tokko tokkoon isaanii worra du'aaf kennamane, ka gara qile'ee gad bu'anu woliin akka gad bu'u itti murteeffameera.
15
Goottaan Mootiin Waan Maraa: Guyyaa hindheensi sun gara addee worri du'e jiruu gad bu'u, gaddi akka te'u godhe; ani bisaan qile'ee duuche; laga isaalle cufe; bisaan hedduulle dhaabbachiise. Sababa isaatiif gaarri Libaanonii dukkana akka uffatu godhe. Mukooti badda'aa marti qoorane.
16
Yennaa ani worra gara boolla addee worri du'e jiru, gad bu'u woliin gara addee worri du'e jiruu gad isa buuse, huuruu jinnana isaa dhageettee gosi biyya adda addaa akka hollattu godhe. Mukooti Edenii marti, mukooti Libaanonii ka filatamane martii fi mukooti bisaan akka dansaa dhaggatane ka qilee lafaan jalaa keessa jiranu mara jinnana isaatiin gammadane.
17
Gosa biyya adda addaa keessaa worri gaaddisa isaa jala le'ee, ka golii te'elle, isa woliin worra shallaaga'aan qalamanee addee worri du'e jirutti gad bu'ane.
18
« ‹Mukoota Edenii keessaa ulfinnaa fi guddinnaan si woliin ka wol fakkaatu kam ree? Te'uu malee atille mukoota Edenii woliin gara lafa jalaatitti gad hin buuta; ati worra shallaaga'aan qalame woliin worra Waaqa malee le'u odduu hin irkatta. «‹Kun fakkeenna Fara'ooniitii fi kolbaa bindillaa isaa ti, jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa› jedhi» jedhe.
← Chapter 30
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 32 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48