bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Ezekiel 35
Ezekiel 35
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 34
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 36 →
1
Jechi Mootii Waan Maraa gara kiyya dhufee,
2
«Ee ilma namaa! Fuula keeti gara biyya Se'iirii deebifadhuu raaga itti dubbadhuutii,
3
Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Kunoo, gaara biyya Se'iirii, ani harka kiyya si irratti diriirsee, onsee duwwaa si hin tolcha.
4
Ani qachoota keeti diigee ona si hin tolcha; achiin duuba ati akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beetta.
5
« ‹Ati Israa'elootatti diina teetee, quuqaa bara dheera'aa qabattee, yennaa rakkinni dhumaatii fi yennaa adabbiin isaan dhaqqadde, shallaaga'aaf dabarsitee isaan kenniteerta.
6
Tanaaf, ani Mootiin Waan Maraa, dhugumaan Waaqa jiraata'a! Dhiigi keeti akka dhangalaafamu dabarsee si hin kenna; ka dhiiga dhangalaasu si hin ari'a. Dhiiga dhangalaasiisa waan hin jibbiniif, ka dhiiga dhangalaasu si hin ari'a.
7
Ani gaara biyya Se'iirii onsee duwwaa hin godha; nama biyya gaaraa san keessa qaxxaamuree deemu hin balleessa.
8
Ani gaarota keeti worra ijjeefameen hin guuta. Worri shallaaga'aan ijjeefamane kooba teeti irratti, dhooqa teeti keessaa fi dareera keeti keessatti hin gombifaman.
9
Ani haga bara baraa ona si hin tolcha; qachaa keeti keessa nami hin le'u; achiin duuba ati akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beetta.
10
« ‹Adoo ani Mootiin Waan Maraa achi jiruu, ati: Gosi biyya adda addaa lamaan tun, Yihuda'aa fi Israa'el tiyya; ani isaan hin fudhadha jetteerta.
11
Maarre ani Goottaan Mootiin Waan Maraa dhugumaan jiraata'a! Akkuma ati isaan jibbitee isaanitti aartee hinaatte, anille akkasuma si hin godha. Ani yennaa sitti muru odduu isaaniititti beekkamaa hin te'a.
12
Ati: Isaan onaneeran; akka isaan nyaannuuf nu'uuf kennamaneeran jettee, gaarota Israa'elii irratti dubbatte san ani Mootiin Waan Maraa akka dhage'e hin beetta.
13
Ati afaan keetiin na irratti ifi guddittee, jechoota bacaa ati na irratti dubbatte, ani dhage'eera.
14
« ‹Biyyi lafaa duudiin yennaa gammaddu, ani Goottaan Mootiin Waan Maraa ona si hin tolcha.
15
Latti Israa'elii yennaa onte, ati waan gammaddeef, ani si'ille akkasuma hin tolcha. Ee gaara Se'iirii! Si'ii fi biyya Edoomii duudii ona hin tolcha. Achiin duuba akka ani Mootii Waan Maraa te'e isaan hin beekan› jedha» jedhe.
← Chapter 34
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 36 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48