bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Ezekiel 41
Ezekiel 41
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 40
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 42 →
1
Achiin duuba gara addee irra caalaa woyyittii Galma Waaqaa na geessee, inni utuboota isi'ii mike; badhinni utuboota isi'ii ka cinaa lamaaniituu ciqilee jaa te'e.
2
Badhinni balbala isi'ii ciqilee kudhan te'e; badhinni dhaaba isi'ii ka cinaa lamaanii tokko tokkoon isaatuu ciqilee shan te'e; inni addee woyyittii Galma Waaqaa mikee, dheerinni isi'ii ciqilee afurtama, badhinni isi'ii ciqilee diddama te'e.
3
Achiin duuba gara kolloo keessaa seenee, utuboota balbala isi'ii mikee, dheerinni ciqilee lama, badhinni balbalaa ciqilee jaa, badhinni dhaabi isi'ii ka cinaa lamaanii tokko tokkoon isaatuu ciqilee torba te'e.
4
Inni dheerinna Addee Irra Caalaa Woyyittii Galma Waaqaa keessaa mikee, dheerinni isi'ii ciqilee diddama, badhinni isi'iille ciqilee diddama te'e; achiin duuba inni, «Tun addee irra caalaa woyyitti'i» jedhe.
5
Achiin duuba inni dhaaba dhaka'aa ka Galma Waaqaa mikee, furdinni isaa ciqilee jaa, badhinni kolloota adaala Galma Waaqaa san jiranuu tokko tokkoon isaanii ciqilee afur te'ane.
6
Kollooti cinaa lamaanii kuun kaan gubba'atti sufamee, sufaa sad te'anee wol irratti ijaaramaneeran; sufaan sun tokko tokkoon isaanii kolloo soddoma qaban. Kolloota cinaa Galma Waaqaa jirtu san kiphiisaaf dagalee heddu'utti jira; te'uu malee dagaleen hedduun sun Galma Waaqaatitti hin maxxanne.
7
Badhinni kolloota adaala Galma Waaqaa sun sufuma sufaa irratti badhataa ol ideema; dhaabi ijaarsaa ka jalaa ka ol aanu caalaa furdata; yaabbannoon jalaa ol sufaa wodhakka'aa keessa bayee gara sufaa gubba'aatitti baasu jiran.
8
Galmi Waaqaa hundee ol kaafantee itti marfantee ijaarante akka qabu dhagge; hundeen kolloota cina'aa sun hunduma san irratti ijaaranteerti. Furdinni hundee sanii ulee miki'ii ta ciqilee dheertuu jaa san tokko teete.
9
Furdinni dhaaba ijaarsa kolloota cina'aa ka gara alaatiin jiru ciqilee shan. Addeen duwwaan kollootaa cinaa Galma Waaqaatii fi
10
kolloota hayyootaa wodhakkaa jirti; badhinni isi'ii adaala Galma Waaqaa cinaa maraanuu ciqilee diddama.
11
Kollooti cinaa Galma Waaqaa balbala gara addee duwwa'aa banantu qaban. Balbalti takkattiin gara kaabaa, balbalti takkattiin gara kibbaa fuula galteerti. Addeen duwwaan sun gara maraanuu ciqilee shan.
12
Galma Waaqaa irraa karaa aduun seentuun, ijaarsi gara badhinna dalleya keessaa ka Galma Waaqaatitti fuula galeeru tokko jiraayyu; furdinni dalleya ijaarsa sanii gara maraanuu ciqilee shan, badhinni isaa ciqilee torbaatama, dheerinni isaa ammoo ciqilee sagaltama.
13
Achiin duuba inni Galma Waaqaa mikee, dheerinni isaa ciqilee dhibba te'e; badhinni dalleya keessaa ka Galma Waaqaatii fi ijaarsi sun dalleya ifii woliin dheerinni ciqilee dhibba te'e.
14
Karaa aduun baatuun badhinni dalleya keessaa ka Galma Waaqaa addee Galma Waaqaa fuula dura jirtu woliin ciqilee dhibba te'e.
15
Achiin duuba inni dheerinna ijaarsa gara badhinna dalleya keessaa ka Galma Waaqaa fuula galee, Galma Waaqaatiin duuba jiru mikee, soroo isaa woliin ciqilee dhibba te'e. Soroon Galma Waaqaa ka badhinna dalleya keessa ka gara keessaatitti fuula gale, addeen woyyitti'ii fi addeen irra caalaa woyyitti'ii,
16
gulantaan, irga foddaa dhidhipha'aa, seesa dhaaba manaa ka gara keessaa, waan adaala san jiru maratti muki hephellichi itti gonfameera.
17
Addee balbalaan gubba'aa, dhaaba addee irra caalaa woyyitti'iitii fi dhaaba addee woyyitti'ii keessaa gara alaatiin soroo Galma Waaqaa
18
fakkiin dada ol-gubba'aa ka koola qabanuutii fi fakkiin muka meexxi'ii itti qiriixamaneeran. Dadi ol-gubba'aa ka koola qabanu sun tokko tokkoon isaaniituu fuula lama qaban.
19
Ka fuula namaa qabu gara muka meexxi'ii ka gara tokkoo, ka fuula neenqa dardaraa qabu gara muka meexxi'ii ka gara kaanii fuula galeera. Isaan martinuu naannoo Galma Waaqaa irratti qiriixamaneeran.
20
Lafa irraa kaasee haga balbalaan gubba'aatitti dhaaba addee woyyitti'ii irralle'etti dadi ol-gubba'aa ka koola qabanuu fi muki meexxi'ii irratti qiriixamaneeran.
21
Mikikkilooti balbala addee woyyitti'ii roga afur ka wol qixxee te'e qaban. Mikikkilooti balbala addee irra caalaa woyyitti'ii dura jiranulle akkasuma roga afur ka wol qixxee te'e qaban.
22
Addeen ciinca'aa ta muka irraa hujante, ta hojjaan isi'ii ciqilee sadii, dheerinni isi'ii ciqilee lamaatii fi badhinni isi'iille ciqilee lamaa takka jirtiiyyu; rogi isi'ii, shafeen isi'iitii fi cinaan isi'ii mukaa irraa hujameera; inni anaan, «Kun xarapheessaa Mootii Waan Maraa dura jiru» jedhe.
23
Addee woyyitti'ii fi addeen irra caalaa Woyyitti'ii tokko tokkoon isaanii balbala lama lama qaban.
24
Balbalti tokko tokkoo isaanii saanqaa gara lamatti banamu lama lama qaban.
25
Akkuma dhaaba irratti qiriixameerutti balbala addee woyyitti'ii irralle'etti fakkiin dada ol-gubba'aa ta koola qadduutii fi fakkiin muka meexxi'ii qiriixamaneeran; soroo Galma Waaqaa san fuula duraan soroon jala qaxxaamuraa ta mukaan hujanteertu jirtiiyyu.
26
Dhaaba soroo sanii gama lamaaniinuu foddaa dhidhiphaa fakkiin muka meexxi'ii irratti qiriixamaneeranutti irra jira; kollooti cinaa Galma Waaqaalle karaa seensumaatiin soroota jala qaxxaamuranu qaban.
← Chapter 40
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 42 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48