bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
1 Samuel 31
1 Samuel 31
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 30
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
1
Worri Filisxeemii gaara Gilbo'a'aa irratti worra Israa'eliitiin loluuf wol gayan; worri Israa'elii dheessanii gaara irratti du'an.
2
Worri Filisxeemii ammo Saa'olii fi ilmaan isaa sadiin faanaa deemanii ari'anii Yonaataa, Aminaadaabii fi Melkisaa ajjeesan.
3
Lolli kun Saa'oliin irratti hin jabaate; worri ebo'oon lolan Saa'oliin woraananii madeessan.
4
Saa'ol namicha mi'a woraanaa isaa baatuun «Worri hin gadoomne dhufanii akka natti hin taphanne ati guraadee keetiin na ajjeesi» jedheen; namichi mi'a lolaa baatuuf guddisee waan sodaatee tureef kana godhuu dide; achii Saa'ol guraadee ufii fudhatee itti dirme.
5
Namichi mi'a lolaa isaa baate sun akka Saa'ol du'e hennaa arge innillee guraadee ufiititti dirmee isa woliin du'e.
6
Akkasitti Saa'ol ilmaan isaa sadiin, namichi mi'a lolaa baatuu fi akkasuma namoonni isaa maruu guyyama san dhuman.
7
Worri Israa'elii ka dhooqa Yoordaanosiin irraa gara baya biiftu'uu jiranillee loltoonni isaanii akka baqatan Saa'olii fi ilmaan isaa akka dhuman hennaa argan isaanillee qachoota ufii dhiisanii baqatan; worri Filisxeemii ammo dhufanii qachoota san qabatan.
8
Bariisaa worri Filisxeemii worra ajjeesan san irraa mi'a yaafachu'uuf dhaqanii reeffa Saa'oliitii fi reeffa ilmaan isaa sadaniituu tulluu Gilbo'a'aa irratti argan.
9
Mataa Saa'olii irraa muranii mi'a lolaa isa irraa yaafatanii galma waaqa tolfamaa ufii keessatti saba ufiititti oduu mishaa kana himu'uuf biyya Filisxeemii keessa naannessan.
10
Achiin maayessa worri Filisxeemii woraana Saa'oliitii fi mi'a woraanaa fakii intalaa ta Astaarooti jedhamtee waamamtuu ta mana qulqulluu keessa jirtu keessa kaayan; reeffa Saa'olii ammo hulee Beetisaan jedhamtu dallawa irratti fannisan.
11
Worri Yaabesh Gil'aad keessa jiraatan waan worri Filisxeemii Saa'oliin irratti hojjatan hennaa dhagayan,
12
loltoonni isaanii worri jajjabaan ka'anii halkan guutuu deemanii reeffa Saa'oliitii fi reeffa ilmaan isaa sadiinii dallaya Beetisaanii irraa buusanii gara Yaabeshii dhufanii achitti isaan guban.
13
Achiin maayessa lafee isaanii fuudhanii Yaabeshiin keessatti muka lafa udume'ee tokko jalatti awwaalanii guyyaa torbaa sooman.
← Chapter 30
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31