bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
1 Samuel 5
1 Samuel 5
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 6 →
1
Worri Filisxeemii saanduuqa waadaa Rabbii hulee Abeeni'eezer jedhamuu fuudhanii gara Azaaxoonii fidan.
2
Worri Filisxeemii saanduuqa waadaa Rabbii fuudhanii gara mana waaqa isaanii tolfamaa ka daagoon jedhamuu seensisanii isa ladda kaayan.
3
Namoonni Azaaxoonii ganamaan lafaa ka'anii dhaqanii yoo laalan daaqoon saanduuqa waadaa Rabbii afo'otti kallachaan lafatti gad kufeera; daagooniin ol qabanii hule'etti deebisan.
4
Gaafa guyyaa lammataallee yoo dhaqanii laalan daagoon saanduuqa waadaa Rabbii afo'otti addaan lafatti gad kufeera, mataan daagooniitii fi harki isaallee ciccitee madabii gubbaa jira; qomni isaa garuu hojjatti hafe.
5
Kanaafuu gadoonni daagoonii hennaa mana daagoonii seenan madabii daagoonii ka Azaaxooniin keessa jiru haga adhaa irra hin ejjatan.
6
Rabbi worra Azaaxoonii guddisee isaan rakkisee isaanii fi worra naannoo isaanii jiran maraa dhibee iitessuun isaan dhaye.
7
Worri Azaaxoonii akka wonti kun ta'e haga argan, «Harki Rabbii nu'uu fi daagooniin irratti waan jabaatteef saanduundhi waada'aa ka Waaqa Israa'elii nu bira hin taa'in» jedhan.
8
Wal gayanii gara mootota Filisxeemii maraa dhaamsa erganii «Saanduuqa waada'aa ka Waaqa Israa'elii maal haa goonu?» jedhan; isaanillee «Saanduundhi waada'aa ka Waaqa Israa'elii gara Geetii haa geeffamuu» jedhanii deebisan; saanduuqa waadaa Rabbii baadhatanii achi fidan.
9
Haga saanduuqa waadaa Rabbii achi geessaniin maayessa Rabbi qachattii saniin lolee naasise; namoota qachattii sanii diqqa'aa haga gudda'aa dhibee iitessuun isaan adabe.
10
Saanduuqa waadaa Rabbii gara Asqaaloona'aa fidan; hennaa saanduundhi waada'aa gara Asqaalona'aa dhufe worri Asqaalona'aa «Nu'uu fi banii keenna fixu'uuf saanduuqa waada'aa ka Waaqa Israa'elii nutti fidan» jedhanii iyyan.
11
Qachattii maraa keessa naasuun du'aa waan jiruuf, waan Rabbi guddisee isaaniin lola'aaruuf bulchoota worra Filisxeemii nama itti erganii waamsisanii, «Saanduuqa waada'aa ka Waaqa Israa'elii nu biraa baasaa'a; nu'uu fi banii keenna akka hin findhe garuma hulee ufii haa deebi'uu» jedhan.
12
Namoonni hin duune worri lubbu'uun jiran dhibee iitessuun qabaman; iyyansi namoota qachattii keessa jiruu gara sami'ii ol baye.
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 6 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31