bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
1 Samuel 8
1 Samuel 8
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 9 →
1
Saamu'eel haga jaare ijoollee ufii lamaan akka mana Israa'elii bulchan muudee ture;
2
Maqaan ilma isaa ka hangafaa Iyyu'eel; ka maandha'aa Abiyya'a; isaan Beersaabeehitti banii bulcha'aa turan;
3
garuu ijoolleen isaa amala mishaa akka abba'aa hin qaban; waan hamaa hojjachuu jalqaban gabbarsuu nama irraa fudhata'aa dhara murteessan.
4
Kanaan maayessa jaarsonni worra Israa'elii maruu wol gayanii gara Saamu'eelii dhufanii,
5
«Ati jaarteertaa ijoolleen tee karaa keetiin hin deemnee amma akkuma worra Yihuudota hin taane maraa mootii nu bulchu nuu moosisi» jedhaniin.
6
Hennaa mootii nuu moosisi isaan jedhan jechi sun Saamu'eeliin waan gaddisiiseef Rabbiin kadhate;
7
Rabbillee Saamu'eeliin «Akka ani isaan irratti mootii hin taane na tuffatan malee si hin tuffannee waan baniin siin jedhe maraa isaanii dhagayi.
8
Hennaa biyya Misiriitii isaan baase irraa haga adhaa na dhiisanii waaqa tolfamaa waan waaqeffataniif akkuma hujii badaa hojjatan san si irrattillee waan badaa hojjatan.
9
Ammallee waan isaan siin jedhan dhagayi; garuu waan dhuga'aa isaanitti himi waan mootichi isaaniin jedhullee isaanitti himi» jedheen.
10
Saamu'eel dubbii Rabbii maraa banii mootii barbaadetti hime.
11
«Seerri mootiin mooyu isin irratti hojjatu kana; ijoollee teessan ta dhiiraatii fi ta intalaa maraa fuudhee worra gaarii oofaniif faradoo masakkan isaan taasisa.
12
Ajajaa loltuu kumaatii fi ajajaa loltuu dhibbaa isaan taasisa; worra qonna qotu, worra midhaan haamuu fi worra meeshaa sibiilaa ka gaari'ii hojjatu ta'an.
13
Ijoollee teessan ta intalaa fuudhee worra urgoo hojjatu, worra ittoo hojjatuu fi worra dhoqqee haru isaan taasisa.
14
Midhaan mishaa maasa'aatii fi ka woyini'ii keessan fuudhee hojjattoota ufiitii kenna.
15
Kurneessoo midhaaniitii fi ka woyini'ii keessan keessaa fuudhee worra isaa hojjatanii fi worra isa mari'achiisanii kenna.
16
Hojjattoota teessan ta dhiiraatii fi ta intalaa, horii keessanii fi harriin teessan mimmichuu fudhatee hojjachiifata.
17
Kurneessoo hoolotaatii fi re'iin teessaniillee hin fudhata; isinillee garboota isaa taatan.
18
Hennaa san waan mooticha filattaniitiif hin iyyattan; gaafas Rabbi isinii hin dhagayu»
19
Baniin garuu waan Saamu'eel isaanitti hime maraa woyittuu hin laakkofne; hin ta'u! mootii nuu moosis jedhaniin.
20
«Nullee akkuma banii kaawwanii mootiin nuu haa moosifamuu; inni nu bulcha; afoo keenna bayee nuu lola» isaan jedhan.
21
Saamu'eel waan baniin jedheen dhagayee Rabbitti hime.
22
Rabbi Saamu'eelii fi jecha isaanii dhagayee «Mootii isaanii moosisi» jedheen; achiin maayessa Saamu'eel banii Israa'eliitiin, «Marti keessanuu gara qachaa keessanii deebi'aa'a» isaaniin jedhe.
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 9 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31