bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
/
1 Corinthians 3
1 Corinthians 3
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 4 →
1
Obboleeyyan tiyya! Ani waan isin nama fooniin yaadu taataniif waan isin Kiristoositti amanu'utti daa'ima taataniif malee, akka waan isin nama Ayyaanaa taataniititti isinitti dubbachuu hin dandeenne.
2
Haga ammaa nyaata cimaa nyaachuu waan hin dandenneef, Aanaan isin woga'e.
3
Worra yaada foonii qabu waan taataniif, haga ammaa nyaata jabaa nyaachuu hin dandeettan. Hinaaffa'aaf mormiin waan isin keessa jiruuf worra fooniin yaadu ta'u keessanii mitii? Akka Aadaa namaatitti deddeebitanii?
4
Tokko, «Ani ka Phaawuloosiiti» kuun, «Ani ka Aphiloosiiti» yoo jedhe, isin akka nama yaada foonii callaa yaadu ta'uu keessanii mii?
5
Eeganaa Aphiloos eennu? Phaawuloosillee eennu? Isaan tajaajiltoota isin harka isaaniititti amantan. Isaan maruu akka Gooftaan isaanii kennetti haa tajaajilaanii.
6
Ani hin dhaabe, Aphiloos bisaan obaase, Rabbi ammo hin guddise.
7
Eeganaa ka guddisu Rabbi malee, ka dhaabu yookiin ka obaasullee womaa miti.
8
Ka dhaabuu fi ka obaasu tokkoma. Haata'uu ammoo, martinuu akka dadhabbii ufiititti mindaa ufii fudhata. Isin maasaa Rabbiiti.
9
Isin gamoo Rabbiiti isa woliin waan hojjannuuf.
10
Akka badhaadha Rabbii ka naa kennameetitti akka nama qaroo mana ijaaruu tokkotti hundee hundeesse; ka biraallee isa irratti ijaara. Gariin ammoo isa irratti attamitti akka ijaaru uf haa eeguu.
11
Ka qara hundaaye malee, eennullee bu'uura biraa bu'uursuu waan hin dandenneef, innillee Yesuus Kiristoos.
12
Eennullee ammoo hundee kana irratti worqi'iin yoo ta'e birri'iin, dhagaa gatii gudda'aatiin, mukaan, margaa fi maqa'aan yoo ijaare, hujiin maruu attam akka ta'e ifa baya.
13
Ibiddaan waan ifa bayyuuf guyyaan sun hin mudhisa. Hujiin nama maraatuu maal akka ta'e ibiddi sun hin qora.
14
Eennullee hujii isaa irratti ijaaree yoo dhaabateef gatii ufii argata.
15
Eennullee hujiin isaa yoo jalaa gubate hin miidhama. Badhaasa ufii hin argatu. Inni ammoo hin fayya. Ta'ullee akka nama ibidda keessaa bayeetitti hafa.
16
Isin mana Rabbii akka taatan Ayyaanni Rabbiillee akka isin keessa jiraatu hin beettanii?
17
Eennullee mana woyyuu Rabbii yoo diige, Rabbi isa diiga. Manni Rabbii woyyuu waan ta'eef, inni sunillee isin.
18
18 Eennullee uf hin sobin. Isin keessaa eennullee adunyaa tanatti waan ogeessa ta'e yoo isatti fakkaate, ogeessa ta'u'uuf gowwaa haata'u.
19
Ogummaan adunyaa tanaa Rabbiin afo'otti gowwummaa waan taateef, «Inni Ogeessoota dhara isaaniitiin waan qabuuf» akkasuma, «Gooftaan yaada ogeeyyi'ii duwwaa akka ta'e hin beeka» jedhamee waan barreeffameeruuf.
21
Wonti maruu keessan waan ta'eef, Kanaafuu eennullee namaan uf hin jajin.
22
Phaawuloos, Aphiloos, Keefaa, adunyaa tana, jireenna, du'a, ka qabuu fi ka dhufullee yoo ta'e, maruu keessan.
23
Isin ka Kiristoosiiti; Kiristoosillee ka Rabbiiti.
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 4 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16