bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
/
Mark 16
Mark 16
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
1
Guyyaan Sanbataa dabarraan, Maariyaam Magdalaa, Maariyaam haadha Yaqoobitii fi Salomeenis akka dhaqanii nafa Yesusii diban waan urgooftuu bitan.
2
Jalqaba torbaan sunii, guyyaa sanbataa ganama akkuma aduun baateen ka'anii fulaa awwaalaa dhaqan.
3
Karaatti, “Eentu dhakaa afaan awwaalaatii nuu gangalcha?” waliin jechaa dhufan.
4
Millannaan, dhakaa guddoo guddaa kaan ka dudda duubaatti gangalchan argan.
5
Akkuma awwaala seenaniin nama ka'iimaa tokko, ka wayaa adii gad dheertuu uyyifatee gama mirgaa ta'uu arganii, guddoo maman.
6
Innii ammoo, “Hin mamiinaa! Isan Yesus Naazireetii ka fannisan barbaaddan; innii la kaa'ee, arma hinjiru! laala, kunoo, fulaa warrii qara isa ciibisiseeyyuu!
7
Ammoo beenaa! Jara isaatii fi Phexrosiin, ‘Innii isan duratti Galiilaa dhaqaa akkuma durii isanitti hime, achitti isa argittan’ jedhaa itti himaa” isaniin jedhe.
8
Nadheen taan sodaattee hollattee kaatee, fulaa awwaalatii baqatte; waan sodaateef nama tokkolleetti homaa hin himne.
9
Yesus jalqaba torbanii, guyyaa sanbata guddaa ganama du'a keessaa kaa'ee jennaan, qaraa Maariyaamii Magdalaa, ta innii jinnii torba keessaa baaseetti mullate.
10
Isiin dhaxxee jara durii isa waliin jiru, adoo warrii iyyee boo'uutti jiruu itti himte.
11
Warrii ammoo akka innii du'a keessaa ka'e, ammallee akka isiin isa argite dhageennaan, dhugeeffachuu dide.
12
Eegii sunii, Yesus adoo warrii gara lafa oobruu yaa'uu nama lamaatti bifa dhibiin mullate.
13
Warrii deebi'ee, jara kaaniitti himee; jarii kaan ammoo dhugeeffachuu dide.
14
Eegii sunii, Yesus ergamtoota kudhanii tokko adoo warrii sagalee nyaatuu itti mullate. Waan warrii dhugeeffachaa dhabee, nama eegii innii du'a keessaa ka'e, isa argee, warratti himee dhugeeffachuu didee, mataa-jabaateef warraan lole.
15
Innii warraan, “Lafa cufa keessa yaa'aa! Oduu dansaa nama cufatti himaa!
16
Namii dhugeeffatee cuuphamu inbaafama, ka hindhugeeffanne ammoo wallaala itti muran.
17
Warra natti dhugeeffate akeeka kanaatti keessatti mullata; warrii natti dhugeeffate kun maqaa kiyyaan jinnii nama keessaa baasa, afaan dhibiin dubbata;
18
yo bofa harkaan qabee olfuudhe, yokaan yo hadhaallee dhuge homaa hinta'u; nama fayyaa hinqamne harka irra kaa'ee fayyisa” jedheen.
19
Aabboo Yesus eegii jara ufiitti dubbatee, gubbaatti oldeebi'ee, harka Waaqaa mirgaan taa'e.
20
Jarii isaa yaa'ee, fulaa cufaatti dubbii Waaqaa haasa'e; Aabboolleen warra waliin hojjatee dubbii akeekaa ta warrii tolche jabeesse.
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16