bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Isaiah 13
Isaiah 13
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 14 →
1
Ergaan ilmi Amosii Isaayaas marroo Baabiloniitiif dhagge asii gad jirti;
2
Kooba womaa irratti hin lanne irratti beessisa dhaaba'a! Loltoota iyya'aa waama'aatii, karra qondaaltotaatiin akka seenanu, harkaan itti akeeka'a.
3
Ani worra injifatiisa kiyyatti gammadu, woyyoota tiyya ajajeera; akka aarii tiyya muummessanu loltoota tiyya waameera.
4
Hogaa gaara irraa, ka akka kolbaa bindilla'aa caqasa'a! Caanca odduu mootumma'aa, ta akka gosa biyya adda addaa ta wolitti qabantee caqasa'a! Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, lolaaf loltoota ifii wolitti qabatiisatti jira.
5
Isaan lafa fago'ootii fi qaccee biyya lafaatii hin dhufan; Mootiin Waan Maraa meya mufii ifii kanaan lafa duudii hin balleessa.
6
Guyyaan Mootii Waan Maraa waan dhikaateef, wiiccifadha'aatii bowa'a; Ka Waan Mara Dande'u biraa badiin hin dhutti.
7
Tanaaf harki nama maraa hin laashowa; gadhaan nama maraalle akka gaga'aa soda'aan hin sheephisa.
8
Isaan hin bararaqan; gaargallii fi muddam isaan hin dhaqqaba; akka dubartii ciniinsifattuu hin ciniinsifatan; isaan soda'aan wol ilaalan; fuulli isaaniille akka bobe'a ibiddaa hin diimata.
9
Kunoo, guyyaan Mootii Waan Maraa gadhi-jabeessa; guyyaan sun lafa onsiisaaf, cubbaalleyyiille lafa irraa balleessiisaaf, mufi'ii fi aarii bobeettuun hin dhufa.
10
Urjooti ol-gubba'aatii fi tuuti isaanii hin ifanu; aduun bayiisatti jirtulle hin dukkanootti; ji'ille hin ifu.
11
Mootiin Waan Maraa, «Ani biyya lafaa hammeenna isi'iitiif, worra hamoolee cubbuu isaaniitiif hin adaba; koora worra ifi saaduu hin balleessa; ifi jajiisa worra bondhooruu gad hin qaba.
12
Nami worqii qullu'uu fi worqii Ofiirii caalaa kaso'otti akka hin dhagganne godha.
13
Tanaaf ani Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade guyyaa mufii tiyyaatii fi aarii tiyya ta bobeettuu ol-gubbaa hin raasa; lattille addee ifii irraa akka tachootu hin godha.
14
«Akka buddannee nami ari'uutii fi akka hoolee tissee hin qannee, nami marti gara kolbaa ifii hin deebi'a; gara lafa ifiille hin baqata.
15
Ka booji'ame marti hin woraanama; ka qabame marti shallaaga'aan hin ijjeefama.
16
Daa'immaan isaanii ila isaanii duratti hin hohoocaman; manni isaanii hin saamama; dubartii isaaniille hunnaan woliin hin rafa.
17
«Kunoo, ani worra Medoonii ka meetii tuffatu, ka worqiille'etti hin gammanne isaanitti hin kakkaasa.
18
Guubeen isaanii dargaggoota isaanii hin ijjeetti; daa'immaaniif hin mararanu; ijoolle'eefille hin nayanu.
19
Baabilonii dooqa mootummootaa, ulfinnaa fi koora worra Baabilonii ta teete, ani Mootiin Waan Maraa akkuma Sodoomii fi Gomora'aa hin balleessa.
20
Dhalootaa haga dhalootaatitti nami achi keessa ijjumaa hin qubatu yookiin hin le'u; nami biyya Arabaa achi keessatti dunkaanii hin dhaabbatu; tissitootille hoolee ifii achi keessa hin tiffattu.
21
Bineensoti ammoo achi keessa hin ciisan; mandhee isaanii keessa jeedalti hin guutti; urunguulle achi keessa hin leeti; godaalle achi keessa hin burraaqa.
22
Mana worra jajjabaa keessaa yayyiin hin dutti; mana mootumma'aa ka Baabilonii dadansaa keessaa jeedalti hin iyyiti; yennaan Baabilonii geetteerti; guyyaan isi'iille dhikaateera» jedha.
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 14 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66