bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Isaiah 55
Isaiah 55
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 54
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 56 →
1
Mootiin Waan Maraa, «Isin worri dheebottane marti, gara bisaanii kowa'a! Isin worri beesee hin qanne, kowa'aatii, bitadha'aa nyaadha'a! Kowa'aatii, beesee malee, gatii malee, daadhii woyni'iitii fi aanan bitadha'a!
2
Waan sagalee hin te'initti maaf beesee teessan baattan? Waan isin hin quussinetti maaf eloottan? Na caqasa'a, waan dansaa nyaadha'a; sagalee dansa'atti gammada'a.
3
Gara kiyya kowa'a! Gurra keessan gara kiyya deebifadha'a; akka jiraattanuuf na dhage'a'a! Jaalala kiyya ka bara baraa ka Daawitiif waadaa galeen, gondooroo bara baraa isin woliin hin godha.
4
Kunoo, ani Daawiti kolbaa heddu'uuf dhugaa-bayaa, sooressaa fi ajajaa kolbaa heddu'uu godheera.
5
Kunoo, ani Mootiin Maan Maraa Waaqi keeti Woyyichi Israa'elii ulfinna waan sii kenneef, ati gosa biyya adda addaa ta hin beenne hin waanta; gosi biyya adda addaa ta si hin beennelle ariiti'iin gara keeti hin dhufan» jedha.
6
Yennaa Mootiin Waan Maraa dhaggamu barbaadadha'a; adoo dhikoo jiruulle isa waammadha'a.
7
Nami hamaan karaa ifii, nami yakkaamessi yaada ifii lakkisee, gara Mootii Waan Maraa Waaqa keennaa deebi'uu ti; inni isaaf hin marara; araarri isaalle baca'a.
8
Mootiin Waan Maraa, «Yaadi kiyya akka yaada keessanii, karaan kiyyalle akka karaa keessaniitii moti.
9
Akkuma ol-gubbaan lafa irraa ol fagaattu, karaan kiyya karaa keessan irraa, yaadi kiyyalle yaada keessan irraa ol hin fagaata.
10
«Bokkeennii fi dhakaan bokkeyaa ol-gubbaa irraa gad roobee, lafa jiisiisaan, latti quunxitee, midhaan akka baachu ka facaasuuf sanyii, ka nyaatuuf sagalee, akka kennitu godhu malee, gara ol-gubba'aa akkuma hin deebine,
11
jechi afaan kiyya keessaa bawu, waan ani fedhe hujee, waan ani itti ergelle muummessu malee, akkasumaan gara kiyya hin deebi'u.
12
«Isin gammadaan Baabilon keessaa baatanee, nageyaan hin geegefantan. Gaarotii fi kooboti isin duratti gammadaa hin faarsan; muki badda'aa marti harka hin dhowan.
13
Addee muka qore'ee muki hindheensaa, addee qumi'uudu'uu muki dakkaraa hin lata. Tunille Mootii Waan Maraatiif qaabbii, beessisa haga bara baraa hin banne hin teeti» jedha.
← Chapter 54
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 56 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66