bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Isaiah 26
Isaiah 26
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 25
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 27 →
1
Yennaa san faaruun asii gad jirtu lafa Yihuda'aa keessatti hin faarfanti: «Nuuti qachaa jabaa qanna; Waaqi dalleya dhaka'aatii fi kushee qacha'aa saniin nu hambure.
2
Kolbaan balchittiin ta dhugeeffannaa ifii eegatte akka seentuuf, karra qachaa sanii bana'a.
3
Nama qalbii ifiitiin jabaatee sitti irkatu, waan inni sitti addateef, ati nageya guutu'uun isa hin eedda.
4
Inni rassaa bara baraa waan te'eef, haga bara baraa Mootii Waan Maraatitti addadha'a.
5
Inni qachaa kooru hin salphisa; worra achi keessa le'ulle hin adaba. Inni qachaa ol ka'e san gara lafaa gad hin qaba; bukuu keessalle'etti gad hin gata.
6
Miilli worra cunqurfamanee isa irra hin ideema; faanti worra hiyyeeyyi'ii isa irra sirbiti.
7
«Ee Mootii Waan Maraa qajeela'a! Ati balchootaaf karaa hin qulqulleessita; daandii isaan irra ideemanulle wol hin qixxeessita.
8
Ee Mootii Waan Maraa! Karaa seera keetii irra ideemaa, addi'iin si eeganna; maqaa keetii fi waan ati nuu goote qaabatiisa dharraana.
9
Halkan lubbuun tiyya si dharraati; ayyaanni kiyyalle si dharra'a; yennaa ati lafatti murtu, kolbaan biyya lafaa irra leetu balchummaa hin baratti.
10
Worra hama'aaf gadhaa yoo laafanelle, balchummaan maan akka teete hin baratanu. Isaan lafa qajeelumma'aa keessalle'etti waan hantuu hujan; arnya Mootii Waan Maraalle hin qalbeeffatanu.
11
Ee Mootii Waan Maraa, harki keeti isaan adabiisaaf ol ka'eera; isaan ammoo hin dhagganu; akka ati kolbaa teetiif hinaattu dhagganee qaanowanuu ti; ibiddi ati diinaaf qopheessite isaan fixuu ti.
12
«Ee Mootii Waan Maraa, ati nageya nuuf hin kennita; waan nuuti hunye mara nuuf muummessiteerta.
13
Ee Mootii Waan Maraa, Waaqa keenna! Goottoleen dhibiin nu bulchaneeran; nuuti ammoo maqaa keeti qofa ulfeessina.
14
Isaan amma du'aneeran; haganaa achi hin jiraatanu; ekeraan isaanii hin kaatu. Ati isaan addaddee balleessite; dabarsii isaanii mara ijjumaa balleessite.
15
Ee Mootii Waan Maraa, ati kolbaa teeti baceessite; ati isaan baceessitee, ulfinna ifiif fudhatte. Meessaa lafaalle karaa maraan badhitte.
16
Ee Mootii Waan Maraa, isaan yennaa rakko'oo gara keeti dhufane; yennaa ati isaan adaddu hasaassa'aan si daadimatane.
17
Ee Mootii Waan Maraa, akkuma dubartiin ulfaa, yennaa deyiisaaf ciniinsifattu iyyitu, nuutille si duratti akkasuma teene.
18
Akka dubartii ulfoottee ciniinsifattee teene; ammoo womaa hin deenne; waan biyya qarqaaru, waan hunye hin qannu; biyya lafaa irralle'etti nama hin daballe.
19
«Kolbaan teeti ta duute hin kaati; reeffi isaanii hin ka'a. Isin worri awwaalantaneertanu ka'a'aatii, ilillisa'a! Ee Mootii Waan Maraa, Fixeensi ati ergitu fixeensa jiruu kennu waan te'eef, latti ekeraa ol hin baatti.
20
«Ee kolbaa tiyya, kolloo teessan ol seena'aatii, balbala teessan cufadha'a; haga mufiin isaa dabartutti haga diqqaa dhokadha'a.
21
Kolbaa biyya lafaa cubbuu isaaniitiif adabiisaaf, kunoo, Mootiin Waan Maraa addee bultoo ifiitii dhufiisatti jira. Latti dhiiga isii irratti dhangala'e hin mudhitti; haganaa achi worra ijjeefamane hin dhossitu» ta jettu.
← Chapter 25
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 27 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66