bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Isaiah 40
Isaiah 40
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 39
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 41 →
1
Waaqi keessan, «Jajjabeessa'a; kolbaa tiyya jajjabeessa'a!
2
Gadhi-laafumma'aan Kolbaa Yerusaalemiititti dubbadha'aatii, itti lallaba'a; barri garbummaa isaanii dhumateera; gatii cubbuu ifii maraaf, harka Mootii Waan Maraa irraa adabbii dachaa lama fudhataneeran» jedha.
3
Qoonqoon nama goomolee keessaa lallabu tokkoo, «Goomolee keessatti karaa Mootii Waan Maraa qopheessa'a; Gammoojjii keessatti karaa guddaa Waaqa keennaaf qajeelcha.
4
Dhooqi martinuu hin guutti; koobii fi gaarri martinuu hin diriiran. Latti bu'aa bayiin hin qajeelti. Latti kattattaan wol hin qixxootti.
5
Achiin duuba ulfinni Mootii Waan Maraa hin mudhata; Mootiin Waan Maraa ifumaafuu waan dubbateef, nami marti tana hin dhagga» hin jedha.
6
Qoonqoon takka, «Iyyi» naan jette. Anille, «Maan jedhee iyya?» jedhee gaafadhe. Qoonqoon sun, «Nami marti akka marraa ti; ulfinni isaanii marti akka daraaraa diida keessaa ti.
7
Yennaa Mootiin Waan Maraa hafuura itti baafatu, marri hin qoora; daraaraalle hin harca'a; dhugumaan kolbaan akka marraa ti.
8
Marri hin qoora; daraaraalle hin harca'a; jechi Waaqa keennaa ammoo, haga bara baraa jabaatee le'a» jette.
9
Ee isin worri Xiyoonitti oduu gammadaa hintanu, gaara dheera'atti ol baya'a. Ee isin worri Yerusaalemitti oduu gammadaa hintanu, qoonqoo teessan ol-qabadha'aatii iyya'a; qoonqoo teessan ol qabadha'a, hin sodaatina'a! Qachoota Yihuda'aatiin, «Waaqi keessan kunoo ti!» jedha'a.
10
Kunoo, Goottaan Mootiin Waan Maraa, hunnaan hin dhufa; irree ifiitille'een hin bulcha. Kunoo, gatiin inni kennu, harka isaa jirti; waan kaffalu ifi duraa qaba.
11
Inni akka tisse'ee, hoolee ifii hin tissa; inni akka ilmoolee hoole'ee harka ifiitiin wolitti qabaa, habbaarata; haadhotii ilmoole'ee malaan sooressa.
12
Bisaan ooboo harka ifiitiin ka safare, yookiin ol-gubbaa taakkuu ifiitiin ka mike eennu? Yookiin eentu biyyee kollonjo'otti naqee fixuu dande'a? Eentu gaarotaa fi koobota madaala irra keyuu dande'a?
13
Eentu qalbii Mootii Waan Maraa hubatee, isatti gorsee isa barsiisuu dande'e?
14
Beekkumsa dhaggatiisaaf, Mootiin Waan Maraa eennu gorsa gaafate? Karaa qajeelaa eentu isa barsiise? Eentu beekkumsa isa barsiise? Yookiin eentu daandii hubatiisaa isatti mudhise?
15
Gosi biyya adda addaatuu akka copha bisaanii ka sakkeelloo keessaa ti; isaan akka bukuu madaala irraa ti; kunoo, inni oddoolota akka bukuun kaatu hin kaasa.
16
Muki Libaanon keessaa ibidda addee ciinca'aatiif hin gewu; bineensoti achi keessaalle ciinca'aaf hin geyanu.
17
Gosi biyya adda addaa isa duratti womaa moti; isaan isa duratti waan tokkolle'etti hin laakkowamanu.
18
Waaqa eennuun wol fakkeessitan? Yookiin fakkii tamiin wol fakkeessitan?
19
Waaqa dharaa, nama hujii harkaa beekutti boca; nami worqii baqisiisu worqii itti gonfa; haachaba meeti'iille itti seesa.
20
Nami deegi kennansa akkasii kenniisaaf hin dandeenne, muka dafee hin hurroonne filata. Fakkii hin jinne dhaabbatiisaaf, ogeessa nama hujii harkaa beeku barbaadata.
21
Isin hin beennee ree? Isin hin dhageennee? Durii jalqabee isinitti hin himannee? Biyyi lafaa haga dadantee isin hin hubannee ree?
22
Inni biyya lafaatiin gubbaa barcumaa mootummaa ifii irraa tee'a; kolbaan biyya lafaa isa duratti akka korophiisaa ti; Inni ol-gubbaa akka golla'aa hin diriirsa; akka dunkaanii keessa le'anuulle hin dhaaba.
23
Inni qondaaltota akka womaa hin te'initti, bulchitoota biyya lafaalle akka hin jirree godha.
24
Isaan akka biqiltuu reefuu dhaabanteetii fi akka midhaan reefuu facaafamee, adoo hiddi isaanii hin qabatin, inni hafuura itti baafannaan goddeetii fi akka hicaacee hobonbolattiin haxoottee ti.
25
Waaqi Woyyichi, «Ana eennuun wol fakkeessitan? Ka na woliin wol qixxe'ee eennu?» jedha.
26
Ol jedha'aatii gara ol-gubba'aa ilaala'a; urjoota tana mara eentu dade? Inni akka loltootaa tokko tokkoon gad baasaa isaan laakkowaa, maqaa maqa'aan isaan mara waama; inni hunna guddo'oo fi jabeenna guddaa waan qabuuf isaan keessaa tokkolle hin badu.
27
Ee Yaaqoob, ee Israa'el, «Karaan kiyya Mootii Waan Maraa duraa dhokateera; Waaqi haajaa kiyya naaf hin ilaalle» jettee maaf gungunta?
28
Ati hin beennee? Ati hin dhageennee? Mootiin Waan Maraa Waaqa bara baraa ti; biyya lafaa duudii ka dade isa; Inni ijjumaa hin dadhabu yookiin hin laafu; eennulle hubantii isaa qorqoree bira gewuu hin dande'u.
29
Inni worra laafeef jabeenna hin kenna; worra dadhabeef hunna hin ede'a.
30
Ijoolleen hin dadhaddi; hin laattille'e; dargaggootille gufattee hin jiddi.
31
Worri Mootii Waan Maraa addatu ammoo, hunna ifii hin haareffatan. Isaan akka risa'aa koolaan hin ka'an; hin rukkisan; hin laafanu; hin ideeman; hin dadhabanu.
← Chapter 39
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 41 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66
Recommended Reading
Commentary
Isaiah Commentaries
→
Devotional
Isaiah Devotional Guide
→
Get This Bible
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year Study Bible
→