bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Isaiah 29
Isaiah 29
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 28
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 30 →
1
Ee Yerusaalem, addee ciinca'aa, qachaa Daawiti keessa qubate, si'iif aanne'e! Jila teeti wogguma wogga'aan jilifadhu!
2
Te'uu malee, ani Mootiin Waan Maraa addee ciinca'aa san hin rakkisa; achitti bowaa fi gaddi hin te'a. Achiin duuba ati naaf akka addee ciinca'aa ta ibiddi irratti bobe'uu hin teeta.
3
Ani karaa maraan si hin rakkisa; xelleephoolle sitti naannessee, kushee sitti ijaaree si hin rakkisa.
4
Achiin duuba ati gad hin deebita; lafa itti gad deebite san keessaa hin dubbatta; dubbiin teeti bukuu keessaa hin dhage'anti; qoonqoon teeti akka qoonqoo ekera'aa, boolla keessaa hin baati; haasonni keetille bukuu keessaa hin hasaasa.
5
Yerusaalem, diinoti keeti hedduun akka buku'uu hin te'an; loltooti nama sodaachisanulle akka hicaacee qilleensaan fudhatantuu hin te'an. Dedhuma adoo itti hin seyin,
6
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade mandiisu'uun, tacho'a lafaatiin, qoonqoo guddo'oon, hobonbolatti'iin, bubbee bokkeyaatii fi bobe'a ibiddaa ka nama fixuun hin dhufa.
7
Achiin duuba loltooti gosa biyya adda addaa, ta Yerusaalemii addee ciinca'aa loltu, ta kushee isi'ii loltuu fi ta isii rakkittu marti akka oojju'uutii fi akka mudhii halkanii hin te'an.
8
Akka nami beelowe oojju'uun sagalee nyaatee, yennaa hirriibaa ka'u ammoo beelumaan jiruu, akka nama dheebotee oojju'uun bisaan unee, yennaa hirriibaa ka'u ammoo gaggabee dheebumaan jiruu, gosi biyya adda addaa ta Yerusaalem loltu, akkasuma hin teeti.
9
Bararaqa'aatii maadeffadha'a! Dunuunfadha'aatii jaama'a! Machowa'a! Ammoo daadhii woyni'iitiinii moti. Gatantara'a! Ammoo untoo nama macheessituunii moti.
10
Mootiin Waan Maraa hirriiba hamaa isinitti buuseera; inni raagota ila teessan teete ila qabeera; sooressitoota teessan ta mudhii dhaggitulle mudhii irraa golleera.
11
Mudhiin tun duudiin isiniif akka kitaaba maramaa cufamee chaappaa itti godhamee ti; kitaaba akkasii nama kitaaba dubbisuu dande'utti kennitanee, «Dubbisi!» yoo jettane, inni ammoo, «Cufamee chaappaan waan itti godhameef, ani dubbisuu hin dande'u» hin jedha.
12
Nama kitaaba maramaa dubbisuu hin dandeennetti kennitanee, «Dubbisi!» yoo jettane, inni deebisee, «Ani dubbisuu hin dande'u» hin jedha.
13
Goottaan, «Kolbaan tun dubbii afaan ifiitiin natti dhikaatan; ulfinnalle naaf kennan; gadhaan isaanii ammoo, ana irraa fago'o; isaan ajaja nami isaan barsiiseen na waaqonfatan.
14
Tanaaf ani ammalle baasaa fi bilbaasa hujee, kolbaa tana hin maadeffachiisa; qarummaan qaroole'ee hin baddi; hubantiin worra hubatuu hin dhokatti» jedheera.
15
Worra karoora ifii Mootii Waan Maraa duraa akka malee dhoffatiisaaf wodhaananuuf, worra dhossa'aan woy hujuufille aanne'e! Isaan gadhaa ifii keessatti, «Eentu nu dhagga? Eentu nu irratti beeka?» jedhan.
16
Isin woy gara gaggalchitan; nami faara dhowu faara te'uu dande'aa? Wonni harka namaatiin hujame tokko, abbaa hujeen, «Ati na hin hunye» jedhuu dande'aa ree? Yookiin okkoteen, abbaa isii dhoween, «Inni womaa hin beeku» jedhuu dandeettii ree?
17
Yennaa diqqo'oon duuba baddaan Libaanonii fichaa laafaa hin teeti; fichaan laafaan gongomaa hin te'a.
18
Yennaa san worri gurra duuda'aa, jecha kitaaba maramaa keessaa hin dhage'a; worri ballaan ilti isaanii banantee dhaggiisa hin dande'an.
19
Mootiin Waan Maraa worra gad ifi qabu hin gammachiisa; worri hiyyeeyyiin Woyyicha Israa'eliititti guddoo hin gammadan.
20
Worri marartii hin qannee fi worri murgu hin badan. Worri nama irratti hantuu yaadu duudiin hin badan.
21
Worri dubbi'iin nama yakkaamessa godhu, worri badhinna kora mura'aa duratti tiyyoo namatti keyu, worri dhugaa baya sobaatiin, worra yakkaa hin qanne haqa dhooggu hin badan.
22
Tanaaf Mootiin Waan Maraa Abrahaam bilisa baase, sanyii Yaaqoobiitiin, «Yaaqoob haganaa achi hin fokkifatu; qaanoweelle fuula hin badu.
23
Isaan ijoollee ifii ta ani harka kiyyaan dade odduu ifiititti yennaa dhagganu, isaan maqaa kiyya hin woyyoonsan; woyyummaa woyyicha Yaaqoobii hin beekan; soda'aan ana Waaqa Israa'elii dura hin dhaabbatan.
24
Worri yaadi isaanii karaa irraa gore, deebi'ee hin hubata; worri gungumulle gorsa hin fudhata» jedha.
← Chapter 28
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 30 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66
Recommended Reading
Commentary
Isaiah Commentaries
→
Devotional
Isaiah Devotional Guide
→
Get This Bible
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year Study Bible
→