bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Isaiah 33
Isaiah 33
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 32
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 34 →
1
Ati ifii adoo hin badin ka nama dhibii balleessitu si'iif aanne'e! Ati adoo nami dabarsee si hin kennin, ka nama dabarsitee kennitu, si'iif aanne'e! Ati nama balleessiisa yennaa lakkittu hin badda; nama dabarsitee kenniisa yennaa lakkittu, nami dabarsee si hin kenna.
2
Ee Mootii Waan Maraa, nuuti addii si godhannaa, nuu marari. Ganama ganama jabeenna, yennaa rakko'oolle qarqaarsa nuuf te'i.
3
Mandiisuu qoonqoo teetii, kolbaan hin baqatti; yennaa ati ol kaatu, gosi biyya adda addaa hin bittinnootti.
4
Ee, gosa biyya adda addaa! Akkuma awwaannisi waan nyaatu irratti wolitti qabamu, namooti waan boojitane irratti wolitti hin qabaman; akkuma ilmooleen awwaannisaa waan nyaattu saamattu, namooti waan isin boojitane hin saamatan.
5
Mootiin Waan Maraa waan mara caala; inni addee ulfinnaa ol-aantuu le'a; inni qachaa Xiyoonii haqaa fi balchumma'aan hin guuta.
6
Inni kolbaa ifiitiif hundee fayyinnaa, qarumma'aatii fi beekkumsaa hin te'a; Mootii Waan Maraa sodaatiisille karra karra mara caalte.
7
Kunoo, goototi isaanii karaa irratti qarqaarsa dhaggatiisaaf hin iyyan; worri ergantooti nageyaa wiiccifatanee hin bowan.
8
Karaan guddaan urmeera; nami karaa irra ideemulle hin jiru; wolii galteen diiganteerti; gorsitooti tuffatamaneeran; nami ulfinna namaaf kennu hin jiru.
9
Latti goddee, duwwaa teeteerti; gongomaan Libaanonii qaanowee, qooreera; dhooqi Shaaronii akka goomole'ee teete; mukooti Baashaaniitii fi gaara Qarmelosii baala buufate.
10
Mootiin Waan Maraa, «Ani amma hin ka'a; ani amma ulfinna hin dhaggadha; ani amma ol hin aana.
11
Wonni isin yaaddanu akka huuraa ti; wonni isin keessaa bayulle akka hicaace'ee ti; hafuurri keessan akka ibidda isin fixuu ti.
12
Kolbaan akka dhakaa boore'ee hin gubatti; akka haxanxarii qore'ee ta cirantee ibiddatti hin naqanti.
13
Isin worri fagoo jirtanu, waan ani godhe dhage'a'a! Isin worri dhikoo jirtanulle hunna tiyya beeka'a!» jedha.
14
Cubbaaleyyiin Xiyoon keessa jiranu sodaatane; worri Waaqa malee le'u soda'aan rommanee, «Nu keessaa eentu ibidda nama fixu woliin le'uu dande'a? Nu keessaa eentu ibidda hin dhaanne woliin le'uu dande'a?» jedhan.
15
Nama balchumma'aan ideemu, nama waan sirrii te'e dubbatu, nama bu'aa karaa dabaatiin dhuttu jibbu, nama safuu fudhatiisa irraa harka ifii eegatu, nama mala nama ijjeesiisaa hin dhageenne, nama ilti isaa waan hantuu hin ilaalle,
16
nami akkasii kun addee ol aantuu le'a; kusheen rassa'aa addee inni itti baqatu hin teeti; sagaleen isaaf hin kennanti; bisaan unanulle hin dhabu.
17
Ilti teeti ulfinna mootichaa, lafa akka malee badho'oo ta inni bulchulle hin dhaggiti.
18
Sodaa guddoo teeti ta durii qaabataa, «Ajajaan loltootaa eessa jira? Ka gibira guuru eessa jira? Itti gaafatamaan xelleephoo eeddotaa eessa jira?» hin jetta.
19
Ati haganaa achi kolbaa nama tuffattu, ta dubbiin isaanii hin beekkannee fi ta afaan isaanii namaaf hin galle san hin dhaggitu.
20
Qachaa jila itti jilifannu, gara Xiyoonii ilaali. Ilti teetii qachaa Yerusaalemii ka nageyaan keessa leetanu, dunkaanii achii hin tachoone, ka togaan isi'ii ijjumaa hin buqqaane, ta wodaroon isi'ii keessaa takkaalle hin cinne hin dhaggiti.
21
Mootiin Waan Maraa achitti arnya nu'uuf hin te'a; inni akka lagoota babadha'aatii fi akka madda gugurda'aa ka hobolooti diinaa achi irra hin dabarree fi ka hobolooti gugurdoolle achi irra hin ideenne nu'uuf hin te'a.
22
Mootiin Waan Maraa abbaa mura'aa keenna; Mootiin Waan Maraa seera nu'uuf kenna; Mootiin Waan Maraa mootii keenna; ka nu fayyiselle isa.
23
Kolbaan teessan akka hoboloo wodaroon irraa lufee, ka utubaan isi'ii jabaatee hin dhaabbatinii, ka sharaan isi'iille hin dhifaminii ti. Achiin duuba boojuun bacaan hin qoqoodanti; naafille waan booji'ame san hin saama.
24
Worra Xiyoon keessa le'u, yakkaa isaaniitiif araarri waan kennamuuf, isaan keessaa nami tokkolle, «Ani dhibame» hin jedhu.
← Chapter 32
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 34 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66
Recommended Reading
Commentary
Isaiah Commentaries
→
Devotional
Isaiah Devotional Guide
→
Get This Bible
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year Study Bible
→