bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Isaiah 43
Isaiah 43
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 42
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 44 →
1
Amma ammoo, ee Yaaqoob, ka si dade, ee Israa'el, ka si huje, Mootiin Waan Maraa, «Ani waan si wodeef hin sodaatin; ani maqa'aan si waameera, ati kiyya.
2
Yennaa ati bisaan keessa dabartu ani si woliin hin jiraadha; yennaa ati laga gamatti buutu bisaan si hin fudhatu; ibidda keessa yennaa ideentu hin gubattu; bobeenni ibiddaalle si hin gubu.
3
Ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti, Woyyichi Israa'elii fayyisaa keeti. Ani Gibxii wodoo teetiif, Itoophiya'aa fi Saabaa addee teeti hin kenna.
4
Ati na duratti gatii guddo'oo fi ulfinna waan qadduuf, ani waan si jaaladhuufille addee teeti kolbaa, addee lubbuu teetii gosa biyya adda hin kenna.
5
Ani si woliin waan jiruuf hin sodaatin! Ani ijoollee teeti karaa aduun baatu irraa hin fida; karaa aduun seentulle'e isin wolitti hin qaba.
6
Ani biyya kaabaatiin, ‹Kolbaa tiyya fida'a!› Biyya kibbaatille'een, ‹Isaan hin dhooggina'a!› hin jedha; ilmaan tiyya biyya fago'oo irraa, ijoollee tiyya ta durraa qaccee biyya lafaatii fida'a.
7
Kolbaa maqaa kiyyaan waamante mara, ta ani ulfinna kiyyaaf dadadhe, ta ani bifa itti tolchee huje fida'a!» hin jedha.
8
Mootiin Waan Maraa, «Kolbaa tiyya ila adoo qadduu ta hin dhaggine, gurra adoo qadduu ta hin dhageenne fida'a.
9
Gosi biyya adda addaa marti wolitti qabantuu ti; kolbaan marti wolitti dachaatuu ti. Isaan keessaa duraan dursee tana ka nutti hime, waan dur te'eeru ka nutti lasse eennu? Worri dhibiin dhage'ee, ‹Tun dhuga'a› akka jedhu, sirrii akka te'ane mirkaneessiisaaf, dhugaa baatota dhikeeffatanuu ti.
10
«Isin beettanee, akka natti dhugeeffattanu, tana ka godhe ana Waaqa dhuga'aa akka te'e akka hubattanu, isin kolbaan Israa'elii, dhugaa baatota tiyya; tajaajilaan ani filadhelle isinuma; Anaan qara waaqi dhibiin hin jiru; anaan duuballe hin jiraatu.
11
«Anumattuu Mootii Waan Maraa ti; ana malee fayyisaan dhibiin hin jiru.
12
Ani duraan dursee himeera; isin fayyiseera; isinitti dubbadheera; waaqoti ormaa odduu teessanitti tana hin goone. Ani Waaqa akka te'e isin dhugaa baatota tiyya.
13
Ani duruuyyuu Waaqa; gara duraalle ka jiraatu anuma. Eennulle harka kiyya keessaa bawuu hin dande'u; waan ani huju eentu jijjiiruu dande'a?» jedhe.
14
Mootiin Waan Maraa ka isin wode, Woyyichi Israa'elii, «Ani marroo teessaniif jedhee loltoota tiyya Baabilonitti hin erga; karra qachaa Baabilonii mara hin caccassa; geerarsa worra Baabiloniille bowatti hin jijjiira.
15
Ani Mootiin Waan Maraa Woyyichi keessan, ka Israa'el dade, mootii keessan» jedha.
16
Mootiin Waan Maraa abbaayaa keessatti karaa, bisaan jabaa keessatti daandii ka baase,
17
garreettota fardo'oon harkifamuu fi fardoo, loltootaa fi gootota deebi'anee akka hin kaane, achumatti akka hafanu, akka bobe'a dhaamuu ka dhaanfe,
18
«Waan durii dedha'a; waan dabare hin yaadina'a.
19
Kunoo, ani waan haareya hin godha; isiin ammuma hin teeti; isin hin hubatanuu? Ani goomolee keessatti karaa, lafa godduu keessalle'etti bisaan hin baasa.
20
Ani kolbaa tiyya ta filadhe obaasiisaaf, goomolee keessatti bisaan, lafa godduu keessalle'etti lagi akka yaa'u waan godhuuf, bineensoti, jeedalli fi guchiin ulfinna naaf hin kennan.
21
Kolbaan ani ifiif dadadhelle na hin leellifatti» jedha.
22
Mootiin Waan Maraa, «Ee Yaaqoob, ati na hin waammanne; ee Israa'el, ati na tajaajiliisa dadhaddeerta.
23
Ciincaa naaf dhikeessiisaaf hoolee naaf hin finne; ciincaa teetille'een ulfinna naaf hin kennine. Kennansa midhaanii akka naaf dhikeessitu, ani ba'aa si'itti hin teene; hixaana akka naaf aarsituufille si hin dadhassiinne.
24
Beesee teetiin dakkara naaf hin binne; yookiin ciincaa coomaa teetille'een dharraa na hin baanne; ammoo cubbuu teetiin ba'aa natti teetee, yakkaa teetiin na dadhassiitte.
25
Ka ifumaaf jedhee, yakkaa teeti si irraa balleessu anuma; ani cubbuu teeti deebi'ee si irratti hin laakkowu.
26
«Waan si godhe himadhu me! Waan kana wol falmannuu ti; sirrii akka teete himi.
27
Abbaan keeti ka qaraa cubbuu hujeera; namooti si'iif dubbatanulle na finqilaneeran.
28
Tanaaf ani qondaaltota Galma keessaa hin salphisa; Yaaqoob ijjumaa balleessee, Israa'el hin qaanessa» jedha.
← Chapter 42
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 44 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66