bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
/
1 Corinthians 13
1 Corinthians 13
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 14 →
1
Anin yo danda'ee afaan gosa cufatii fi afaan ergamtoota Waaqaatiin dubbadhee, ammoo jaalala hinqamne, dubbiin tiyya iyyana bilbilaatii fi qoonqqoo dhibii fakkaatti.
2
Anin yo guddoo haasaa'uu beekee, qalbii cufa qabaadhee, waan dhossan cufaa beekee, dhugeeffachaa gaara buqiftu qabaadhee, ammoo jaalala hinqamnee homaa keessa hinjiru.
3
Anin yo waan qabu cufaa biyyaa kennee, “Nafa kiyyaallee gubaa” jedhee, ammoo jaalala hinqamnee homaa naa hinbaatu.
4
Jaalaltii wa obsiteetti namaa naati; jaalaltii hinqoxxiftu, ufi hinsaaddu, ufi hinguddiftu;
5
jaalaltii miira guddinnaa ufooniti, hurree hindallantu; jaalaltii hameenna namaatti hinherreddu;
6
hameenna namaalleetti hingammadduu, dhugaatti gammaddi.
7
Jaalaltii ufi hinjibaattu; dhugeeffachaa, abdii fi obsii isii muummee hinqabu.
8
Jaalaltii haga jiruu jireennaallee injirti. Dubbii Waaqaa hindubbattanii wantii sun ammoo haguu hinteettu; afaan dhibii inuma dubbattanii ammoo yoosuu hobbaan; hubachaan injirtii ammoo indabarti.
9
Wantii akkanaatiif hubachaan teenna qixxeenti, dubbiin Waaqaa ta nu odeesinuulleen qixxeenti;
10
ammoo yo wantii qixxee dhufte, ta qixee hintahin inbaddi.
11
Gaafa anin ijoollee haasa'i kiyyaa, herregii kiyyaa fi hubachaan tiyyaalleen ta ijoolleetti; amma ammoo anin nama guddaa, waan ijoollumaa la keessaa bahe.
12
Wantii nu amma garru kunin fakkeenna daawitii keessaa ka akka dansaa hinmullanne fakkaata; gaafas ammoo akka dansaa walagarra. Wantii anin ammaa tana beekhu qixxenti; ammoo gaafas qixxoofti, akkuma Waaqii naan beekhu qixxoofti.
13
Amma duuba dhugeeffachaan, abdiin, jaalaltii, wantii kunin sadeenuu intaati; ammoo ta waan cufaa irra jirtu jaalala.
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 14 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16