bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
/
1 Corinthians 8
1 Corinthians 8
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 9 →
1
Anin amma waan sagalee waan harkaan bocanii baasanii dubbadha: Dhugumaa nuun cuftii hubachaa qamna. Ammoo hubachaan akkanaa tunin nama ufi guddisiifti, ammoo jaalaltii nama jabeessiti.
2
Namii waan wa beeku ufi sehuu haga silaa beekuu male hinbeeku.
3
Ammoo nama Waaqaa jaalatu Waaqiilleen inbeeka.
4
Tanaaf amma waan sagalee waan harkaan bocanii baasanii, akka wantii harkaan bocan sun fakkeenna waan hinjirree; ammallee akka Waaqii tokko callaan jiru nu inbeenna.
5
Yo namii, waaqooti hedduutti jira jedheellee, gubbaa fi lafaallee, adoo waaqoota fi goftotii hedduun jiraateellee,
6
nu Waaqaa tokko callaa beenna; innii Abbaa, ka waan cufaa uume, nu isaafjiraanna; ammallee Aabboo tokoo callaatti jira, inniilleen Yesus Kiristoo, ka wantii cuftii isaan uumamtee, nulleen isaan jirra.
7
Ammoo namii cuftii dhugaa tana hinbeeku; namii garii ya waan harkaan bocan kana akka malee barate, yo sagalee akkanaa tana nyaatan cufa sagalee waan harkaan bocanii baasan seehan; herregii warraa waan laafaa, waan sagaleen sun warra xureesitu sehan.
8
Sagaleen ammoo Waaqatti nu hindhi'eesitu; yo nyaachuu baanneellee homaa hin hirdhannu, yo nyaanneellee homaa nuu hindartu.
9
Ammoo akka yo waan feetan tolchitan warra dhugeeffachaa didiqqoo kaan hinguffachiimne ufi eegadhaa!
10
Fakkeennaa yo namii herregii isaa laafaa tokko, sihii hubachaa qaba jedhanii mana waaqaa dharaa keessatti sagalee waan harkaan bocanii nyaatu argee, wantii atin taatu sun duuba akka inniilleen sagalee sun nyaatu hintolchituu?
11
Duuba namichii laafaan kunin, obbolleessii kankee ka Kiristoon du'eef, marroo beekkumsa keetiif bada.
12
Karaa kanaan obboleeyyaan teessan ta qalbii laaftuu qabduutti cubbamtaniif, Kiristoolleetti cubbamtan.
13
Yo sagaleen anin nyaadhu obboleessa kiyya gufachiiftee, anin akka obboleessa kiya hingufachiimne ittuma deebi'ee hin yaadu.
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 9 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16