bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Genesis 15
Genesis 15
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 14
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 16 →
1
Wonni kun teeteen duuba, jechi Mootiin Waan Maraa mudhi'iin gara Abraamii dhufee, «Abraam, hin sodaatin, ani wontee teeti; ani gatii guddoo si'iif hin kenna» jedhe.
2
Abraam ammoo, «Ee, Goottaa, Mootii waan maraa, adoo ani uumaa dhabeeruu, gatiin naaf kennitu maan naa gooti? Nami na dhaalu Elii'ezaar nama Damaasqo'oo ti» jedhe.
3
Abraam ammalle, «Kunoo, ati uumaa naaf waan hin kenniniif, garbicha mana kiyya keessatti dhalate tokkotti na dhaalaara» jedhe.
4
Achiin duuba jechi Mootii Waan Maraa gara isaa dhufee, «Inni si hin dhaalu, ilma ati ifii uumattutti si dhaala» jedheen.
5
Mootiin Waan Maraa alatti isa baasee, «Gara gubba'aa ol ilaaliitii, yoo laakkowuu dandeette, urjoota laakkowi» jedhe. Achiin duuba, inni Abraamiin, «Maarre sanyiin teetille akkasuma hin teeti» jedheen.
6
Abraam Mootii Waan Maraatitti dhugeeffate; dhugeeffannaan isaalle akka balchumma'aatitti isaaf laakkowante.
7
Achiin duuba inni, Abraamiin, «Ani Mootiin Waan Maraa biyya tana akka ati dhaaltuuf, Ur lafa kaldootaa keessaa si baase» jedhe.
8
Abraam ammoo, «Ee, Goottaa, Mootii Waan Maraa, akka dhaalu attamiin beeka?» jedheen.
9
Mootiin Waan Maraa, Abraamiin, «Goronsa woggaa sadii, re'ee dhaltuu woggaa sadii, korbeessa hoole'ee ka woggaa sadii, saphaliisaa fi maddoo naa fidi» jedhe.
10
Abraam isaan kana mara gara isaa fidee, addee lama lamatti kukkutee, ka kukkutamane san gama tokko gama kaaniin wolitti fuula galchee keye; sinbirroota ammoo hin kukkunne.
11
Yennaa allaattiin reeffa nyaatiisaaf dhutte, Abraam irraa ari'e.
12
Adoo aduun seeniisatti jirtuu, hirriibi hamaan Abraamitti bu'ee, soda'aa fi dukkanti dimmi isatti dhutte.
13
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, Abraamiin, «Sanyiin teeti biyya ormaa keessatti alagaa te'iisaaf, achille'etti garboota te'iisaaf, woggaa dhibba afur akka cunqurfamu'uuf jiranu beeki!
14
Ani ammoo gosa biyya isaan garboonfattu san hin adaba; isaan karra guddoo fudhatanee achii hin bayan.
15
Ati ifiif, dulloontee bara dheeraa leetee, nageyaan duutee, hin awwaalanta.
16
Yennaan worri Amoorotaa adabamanu haga ammaa waan hin geyiniif, sanyiin teeti haga dhaloota arfeesso'ootitti deebi'anee hin dhufanu» jedhe.
17
Yennaa aduun seentee dukkanootte, okkoteen ibiddaa ta aartuu fi umeessaan bobe'u foon gargar kukkutame wodhakkaa dabare.
18
Gaafas Mootiin Waan Maraa Abraam woliin gondooroo gondoorate, «Ani lafa tana laga Gibxi'iitii jalqabee haga laga guddicha Efraaxiisiititti sanyii teetiif hin kenna.
19
Latti tun lafa Qenootaa, lafa Qeniizotaa, lafa Qadimonootaa,
20
Heetotaa, Pheriizotaa, Refaa'otaa,
21
Amoorotaa, Kana'aanotaa, Girgaashotaatii fi Yibusootaa ti» jedhe.
← Chapter 14
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 16 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50