bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Genesis 17
Genesis 17
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 18 →
1
Abraam nama woggaa sagaltamii sagalii yennaa te'etti, Mootiin Waan Maraa Abraamitti mudhatee, «Ani Waaqa waan mara dande'u; naaf ajajamiitii ka komii hin qanne te'i.
2
Anille wodhakkaa tiyyaa fi teetitti gondooroo hin gondoora; sanyii teeti hin baceessa» jedheen.
3
Achiin duuba Abraam fuulaan lafatti gombifame; Waaqille isaan
4
«Gondooroo ani si woliin gondooru tana: Ati abbaa gosa biyya adda addaa heddu'uu hin teeta.
5
Maqaan keeti haganaa achi, ‹Abraam› hin jedhamu, ani abbaa gosa biyya adda addaa heddu'uu waan si godhuuf, maqaan keeti, ‹Abrahaam› jedhama.
6
Ani sanyii hedduu sii hin kenna. Isaan gosa biyya adda addaa hin te'an; isaan keessaa gariin mootota hin te'an.
7
«Ani si'iif Waaqa te'ee, si'iin duuballe sanyii teetiif Waaqa te'iisaaf Gondooroo tiyya anaa fi si wodhakka'atti, dhaloota si'iin duuba jiranu, sanyii isaanii wodhakkaalle'etti Gondooroo haga bara baraa godhee, jabeessee hin gondoora.
8
Lafa ati amma alagaa itti teete, lafa Kana'aanotaa mara si'ii fi sanyii teetiif haga bara baraa hin kenna; ani Waaqa isaaniille hin te'a» jedhe.
9
Ammalle Waaqi Abrahaamiin, «Atii fi sanyiin teeti, dhalooti si'iin duubaalle gondooroo tiyya eegadha'a.
10
Gondooroon tiyya ta anaa fi si wodhakka'atti, dhalooti si'iin duubaalle eegatuu qaddanu, ‹Isin keessaa dhiirti martinuu haqanqabaa qabatanuu ti› ka jedhu.
11
Isin haqanqabaa qabadha'a! Kunille gondooroo anaa fi isin wodhakkaa jirtuuf beessisa hin te'a.
12
Dhaloota mara keessatti dhiira te'ee mana keeti keessatti ka dhalatu mara, garbicha mana keeti keessatti dhalatu, sanyii teeti keessaa adoo hin te'in ka orma irraa beese'een bitamelle, dhalatee guyyaa saddeetitti haqanqabaa qabamuu ti.
13
Garbichi mana keeti keessatti dhalatee fi ka beese'een bitamelle lamaanuu haqanqabaa qabamanuu ti. Gondooroon tiyya ta beessisi isi'ii foon keessan irratti mudhatu gondooroo bara baraa hin teeti.
14
Dhiirti haqanqabaa hin qabatin marti, gondooroo tiyya waan cassiteef, kolbaa ifii keessaa hin balleeffanti» jedhe.
15
Waaqi ammalle Abrahaamiin, «Niitii teeti Saaraayi, haganaa achi ‹Saaraayi› jettee hin waamin; ammaan jalqabee maqaan isi'ii ‹Saaraa › jedhamuu ti.
16
Ani isii hin eebbisa; isii irraa ilma si'iif hin kenna. Ani isii hin eebbisa, isiille haadha gosa biyya adda addaa hin teeti; sanyii isi'ii keessaa gariin mootota hin te'an» jedhe.
17
Achiin duuba Abrahaam fuulaan lafatti gad gombifame; ammoo kollee, «Nami jaarsi woggaa dhibbaa ilma dande'ee uumataa? Saaraan jaartiin woggaa sagaltamaa ilma deettee dandeettii?» ifiin jedhe.
18
Inni Waaqaan, «Ishimaa'el ilma waadaa ati naaf galte adoo te'ee dansa'aayyu» jedhe.
19
Waaqi ammoo, «Waawwo'o. Niitiin teeti Saaraan ilma siif hin deetti; maqaa isaalle, ‹Yisihaq› jettaan. Ani Gondooroo tiyya ta bara baraa isaa fi sanyii isaa ta isa duubaatiif hin gondoora.
20
Marroo Ishimaa'eliitiif waan ati daadimatte si'iif dhage'eera; ani isa eebbisee, ijoollee isaaf kennee, sanyii isaa bacaa hin godha. Inni abbaa sooreyyii gugurdoo kudhanii lamaa hin te'a; gosa guddoolle isa hin godha.
21
Ani ammoo Gondooroo tiyya, Yisihaqii Saaraan bara dhufu yennaa tanatti si'iif deettu woliin hin gondoora» jedhe.
22
Waaqi Abrahaam woliin dubbateen duuba isa biraa ol baye.
23
Gaafasuma Abrahaam ilma ifii Ishimaa'el, tajaajiltoota mana isaa keessatti dhalatane mara, worra beesee isaatiin bitamane mara, namoota mana isaa keessa jiranu keessaa dhiira ka te'ane maraayyuu fuudhee, akkuma Waaqi isa ajajetti haqanqabaa qabe.
24
Abrahaam haqanqabaa yennaa qabatu, woggaan isaa sagaltamii sagal.
25
Ilmi Abrahaamii Ishimaa'el yennaa haqanqabaa qabatu, woggaan isaa kudhanii sad.
26
Abrahaamii fi ilmi isaa Ishimaa'el gaafuma tokko haqanqabaa qabatane.
27
Namooti mana isaa keessaa martille, tajaajiltooti mana isaa keessatti dhalatanee fi worri orma irraa beese'een bitamanee dhufane, Abrahaam woliin haqanqabaa qabatane.
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 18 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
Recommended Reading
Commentary
Genesis Commentaries
→
Devotional
Genesis Devotional Guide
→
Get This Bible
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year Study Bible
→