bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Genesis 8
Genesis 8
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 9 →
1
Waaqi ammoo Nohi, hori'ii fi bineensota isa woliin hoboloo guddittii keessa jiranu mara qaabate; inni qilleensa lafa irratti buuse; Bisaanille gad dhidhatuu jalqabe.
2
Burqituun golba qile'eetii fi balbalti gubba'aalle cufante; bokkeenni gubba'aalle caamee,
3
bisaan laana laana gad dhidhatuu jalqabe. Guyyaa dhibbaa fi shantamaan duuba lafa irraa dhidhate.
4
Hoboloon guddittiin sun ji'a torbeesso'oo keessa, guyyaa kudhanii torbeesso'oo, gaara Araaraatii gubbaa dhuttee teette.
5
Bisaan haga ji'a kudhaneesso'oo dhidhataatuma deeme; ji'a kudhaneesso'oo keessa guyyaa qaraa, qacceen gaarotaa mudhatte.
6
Guyyaa afurtamaan duuba Nohi qowa hobolo'otti baaseeru san banee,
7
harraaqessa erge; harraaqessi sun haga bisaan lafa irraa gogutti asii fi achi ka'aa ture.
8
Achiin duuba Nohi bisaan lafa irraa akka gad dhidhate ilaaliisaaf saphaliisa erge.
9
Ammoo bisaan ammalle lafa duudii irra waan jiruuf, addee itti tee'u dhabee, gara hoboloo guddittii sanii deebi'ee gara isaa dhufe; inni harka ifii gad baasee qabee, hoboloo guddittii sanitti ol seensise.
10
Guyyaa torba tureen duuba, ammalle saphaliisa hoboloo guddittii keessaa erge.
11
Saphaliisi sun kichuu baala ejersaa afaan ifiititti qabatee, galgaluma san deebi'ee gara isaa dhufe. Akka kanaan Nohi akka bisaan lafa irraa gad dhidhateeru beeke.
12
Achiin duuba Nohi guyyaa torba dhibii turee, saphaliisa erge; saphaliisi eega san gara isaa hin deebine.
13
Nohi dhalatee woggaa dhibba jaa fi tokkeesso'otti, ji'a tokkeesso'oo keessa, guyyaa tokkeesso'oo, bisaan lafa irraa goge; Nohille heellichoo Hoboloo gudditti'ii irraa kaasee, ilaale; irri lafaalle akka gogeeru dhagge.
14
Ji'a lammeesso'oo keessa, guyyaa diddamii torbeesso'ootitti, latti guutumatti godde.
15
Achiin duuba Waaqi, Nohiin,
16
«Niitii teeti, ijoollee teetii fi niitii ijoollee teetii woliin hoboloo keessaa bayi.
17
Dadi lubbuu qabanu ka si woliin jiranu martinuu sinbirrooti, horiin, bineensoti, worri lafa irra lowanu martinuu, lafa irratti horanee akka heddatanu, si woliin akka bayanu godhi» jedhe.
18
Maarre Nohi ijoollee ifii, niitii ifiitii fi niitii ijoollee ifii woliin gad baye.
19
Horiin marti, bineensoti marti, sinbirrooti marti, worri lafa irra lowanu marti, akkuma gosa gosa isaaniititti hoboloo guddittii san keessaa gad bayane.
20
Nohi addee ciinca'aa Mootii Waan Maraatiif ijaare; horii qulqulluu mara keessaa, sinbirroota qulqulluu mara keessaa addee ciinca'aa san irratti ciincaa dhikeesse.
21
Fooleen ciinca'aa sun Mootii Waan Maraa yennaa gammachiitte, Mootiin Waan Maraa gadhaa ifii keessatti, «Ani sababa namaatiif deebi'ee lafa hin abaaru; yaadi isaanii ijoollumma'aanuu hamaa akka te'e ani waan beekuuf, akka amma godhe kana, waan lubbuu qabu lafa irraa ijjumaa deebi'ee hin balleessu.
22
«Haga latti tun jirtutti facaasu'uu fi haamuun, qabbanaa fi o'i, bonaa fi ganni, guyya'aa fi halkan, hin dhaabbatanu» jedhe.
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 9 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50