bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
/
Revelation 6
Revelation 6
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
← Chapter 5
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 7 →
1
Jennaan anin elemoo hoolaa adoo inni beessisa torbaan keessaa tokko bannuutti jiruu argee, waan lubbuu qabaa afran keessaallee tokko ta qoonqoo akka mandisutiin, “kootti” jettu dhagaye.
2
Anin millannaan farda borora tokko arge; namii isa yaabbatu xiyya harkaa qaba; surree hayyummaa kennaniif. Innii ka waan cufa dabsatu ta'ee dabsachaa gara dabsachaat deemuuf ka'ee ba'e.
3
Eleemoon Hoolaa ammallee beessisa lammeesoo banee jennaan, anin waan lubbuu qabaa kaan ka lammeessoo ka “Kootti” naan jettu dhagaye.
4
Fardii daamaan tokkolleen dhufe. Nama isa yaabbatu jabeenna innii waraana lafaattiin dhufu kennaniif, ammallee akka namii wal obbaasu goraadee guddoo tokko kennaniif.
5
Eleemoon Hoolaa beessisa sadeessoo banee jennaan ammallee waan lubbuu qabaa kaan ka sadeesso ka, “Kootti” naan jettu dhagaye. Millannaan farda gurraacha tokko arge. Namii isa yaabbatu waan wa'iin kiilan harkaa qaba.
6
Jennaan qoonqoo akka waan jidduu waan lubbuu qabaa afraniittii dhuftu fakkaattuu ta, “Dargaayyee xaasaa tokko harka afur keessa tokko gatii hujii guyyaa tokkootti, garbu Xaasaa tokkoo harka afur keessaa sadii hujii guyyaa tokkootti baas; ammoo saleeddii Ejersaatii fi daadhii wayinii hin miidhina” jedhan.
7
Jennaan Elemoo hoolaa beessisa afreessoo banee; waan lubbuu qabaa kaan ka afreessoo ka, “Kootti” jettu dhagaye.
8
Anin millannaan farda boora tokko arge; ka isa irra taa'u maqaan isaa, “Du'a” Fulaan ekeraan teetuulleen isa gula deemti. Jabeenna akka warri nama lafa tanaa harka afur keessaa tokko goraadeen, beelaan, dhukubaa fi bineensa alaatiin fixu irree kennaniif.
9
Jennaan elemoon Hoolaa beessisa shaneessoo banee waan sooriyyoo irratti qalan jalaatti, anin lubbuu warra marroo dubbii Waaqaa dubbattee isa dhugeesseef, ijjeesani arge.
10
Warrii Qoonqoo guddoon iyyee, “Waaqaa guddaa, qulqulloo fi ka dhugaa! Atin yoom warra lafaa wallaala itti murtee, waan warrii nu ijeeseef warra gaargalchita?” jedhan.
11
Nama cufa wayaa adii kennaniif, “Diqqoo tokko boqodhaa!” jedhaniin, haga hennii obbolleeyyaan teessanii fi nama isan waliin hojjatu, ka akkuma isan ijjeessan ijjeessan guutamutti.
12
Jennaan anin elemoo hoolaa ka beesisa jaheessoo banu arge. Laftii guddoo chochootee, aduun akka hagoggoo guraattoftee, jihii akka dhiigaa diimate;
13
Hurjiin cuftii akka midhaan odaa ka bubbeen dhooftee lafatti harcaaftuu, gubbaa lafaatti gadi harcaate.
14
Gubbaan akka waraqata dachaasanii baddee, gaara fi laftii jidduu bisaan keessa jirtu cufti fulaa ufiittii deemte.
15
Jennaan hayyootii lafaa, jarii lafa fidu, warri warraanaa gugurdaa, dureeyyiin, warra jajjabaan, namii cuftii, tissee fi balchaalleen, goda gaara jalaatti deemtee dhokatte.
16
Gaarreenii fi dhakaayyee yaammatanii, “Nurratti jigaa, ila nama barcuma hayyummaa gubbaa taa'uu sunii fi dallansuu elemoo hoolaa duraa nu dhossaa!
17
Guyyaan dallansuu guddaan ya dhufee, eentu dandaa'ee dura ejja ree?” jedhan.
← Chapter 5
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 7 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22