bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
/
Revelation 7
Revelation 7
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
← Chapter 6
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 8 →
1
Eegii waan kanaa anin ergamtoota afur ta qota lafaa afraan ejaajitee, akka bubbeen tokkolleen lafaa fi galaana yokhaan mukhaatti hinbubimne bubbee afraan lafa irraa dhowwitu arge.
2
Anin ergmaa tokko ka Waaqaa jiraataa biraa beesisa fudhatee gara ilaboruutii dhufuu jiru arge. Innii qoonqoo guddoon ergamtoota afraan ta Waaqii jabeenna lafaa fi galaanaan balleesitu kenneef taan yaamee,
3
“Haga nu hojjatoota Waaqaa keennaa beessisa adda gubbaa keennutti lafa, galaanaa fi mukha hintuqinaa” warraan jedhe.
4
Jennaan henna nama beesisa Waaqaa addaa gubbaa qabuu natti himan; gosa Israa'el cufa keessaa nama kuma dhibba tokkoo fi afurtamii afurii.
5
Gochitii Yahudaa kuma kudhanii lamaati, namii beesisa qabu; gochi Ruuben kuma kudhanii lamaati; gochitii Gaadi kuma kudhanii lamaati;
6
Gochitii Asheer kuma kudhanii lamaati; gochitii Niftaalem kuma kudhanii lamaati; gochitii Minaasee kuma kudhanii lamaati;
7
Gochitii Shimi'oon kuma kudhanii lamaati; gochiti Lewwii kuma kudhanii lamaati; gochiti Yisaakor kuma kudhanii lamaati;
8
Gochiti Zebuloon kuma kudhanii lamaati; gochiti Yoseef kuma kudhanii lamaati, gochiti Beniyaamin kuma kudhanii lamaati.
9
Eegii sun laallaan gumii namaa guddoo arge; namii tokkolleen danda'ee nama sun cufa hinhedu! Gumiin sun lafa cufa, gosa cufa, afaan cufa keessaa dhufte, barcumaa guddaa fi elemoo hoolaa dura wayaa adaadii uyyifatte, damee meexxii harkaatti qabatte ejaajitu.
10
“Baafamii gara Waaqaa keennaa, ka barcumaa guddinnaa gubbaa taa'uuf gara elemoo hoolaa” jedhani qoonqoo guddoon iyyan.
11
Eergamtootii cufti barcumaa guddinnaa, jaarroollee fi waan lubbuu qabaa afraan kaan marsitee, barcuma guddinnaa duratti jiddee Waaqaa wayyoomsite.
12
“Ee'e jenne! Faaruun, guddinnii, qaroomii, galatii, ulfinnii, jabeennaa fi humnitii ta Waaqaa keennaati, ammaa fi haga jiruu jireennaallee! Ee'e jenne” jedhan.
13
Jaarsii tokko, “Warrii wayaa adaadii qabu sun eennu? Warrii eessaa dhufe?” jedheetti na gaafate.
14
Anin ammoo, “Ani hinbeeku, sitti beekaa” jedheetti deebiseef. Innii, “Kunin warra nagayaan gaargala jalaa bahe. Warrii wayaa miicatee dhiiga Hoolatiin adeeffate.
15
Mar. roo waan kanaatiif halkanii guyyaa barcumaa Waaqaa dura ejaajjanii Mana Waaqaa keessatti isaa hojjatan. Nama barcumaa gubbaa taa'u sunitti warra waliin taa'ee warra qorqorata.
16
Itti deebi'anii hindheebotan yokaan hinbeelaan; aduu fi wantii oowwaa tokkolleen warra hingubdu;
17
wantii akkanatiif elemoon Hoolaa ka jidduu barcumaa guddinnaa jiruu warraa tissee, gara bisaan jireenna geessa; duuba Waaqii imimaan cufa ila warraa irraa haaqa” naan jedhe.
← Chapter 6
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 8 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22