bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Jeremiah 30
Jeremiah 30
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 29
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 31 →
1
Jechi Mootii Waan Maraa ka gara Ermiyaasii dhufe ka asii gad jiru;
2
Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, «Jecha ani si'itti dubbadhe mara kitaabatti barreessi.
3
Kunoo barri ani kolbaa tiyya Israa'elii fi Yihudaa boojuu keessaa deebisu dhufiisatti jira; ani gara lafa abbootii isaaniitiif kennetti isaan hin deebisa; latti sunille ta isaanii hin teeti» jedhe.
4
Mootiin Waan Maraa marroo Israa'eliitii fi Yihuda'aa dubbatee,
5
«Isin, ‹Nuuti iyya soda'aatii fi bararaqiisaa dhageenneerra; nageennille hin jiru› jettaneertan.
6
Me, gaafadha'aatii ilaala'a! Dhiirti deyuu hin dandeettii? Maaf dhiirti marti akka dubartii ciniinsifattuu harka ifiitiin gadhaa ifii qabattee fuulli nama maraa shankaloweeruun dhagga ree?
7
Aanne'e! Guyyaan sun guyyaa hama'a; guyyaan akka isaa hin jiraatu. Sanyii Yaaqoobiitiif guyyaa rakkinnaa ti; isaan ammoo kanuma keessaa hin hafan» jedhe.
8
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Ani guyyaa san, waanjoo morma isaanii irraa fuudhee hin cassa; hidhaana isaanille hin kuta; haganaa achi ormi garba isaan hin godhatu;
9
isaan ammoo ana Mootii Waan Maraa Waaqaa ifiitii fi sanyii Daawitii keessaa mooticha ani isaanii kaasu hin tajaajilan.
10
Maarre, ee tajaajilaa kiyya Yaaqoob, hin sodaatin! Ee kolbaa Israa'elii hin rifatina'a! Ani dhugumaan biyya fago'oo irraa isin hin deebisa; sanyii teessanille lafa isaan itti booji'amane keessaa hin deebisa. Yaaqoob deebi'ee bidhaa malee nageyaan hin le'a; ka isa sodaachisulle hin jiru.
11
Ani isin woliin jira; isin hin gargaara; gosa biyya adda addaa ta odduu isaaniititti isin bittinneesse mara ijjumaa hin balleessa; isin ammoo guutumatti hin balleessu; te'uu malee adoo hin adabin isin hin lakkisu» jedhe.
12
Mootiin Waan Maraa, «Madaan teessan ta hin fayyine; miidham keessanille ka hin fayyine.
13
Nami isiniif falmatu hin jiru; madaa teessaniif qorsi hin jiru; isin hin fayyitanu.
14
Jaaloti teessan marti isin dedhaneeran; isaan haajaa keessan hin qabanu. Yakkaan teessan guddoo cubbuun teessanille bacaa waan teeteef, ani akkuma diina dhowanu isin dhowee, marartii maleelle isin adabe.
15
Isin madaa teessan ta hin fayyineef, dhukkubbii madaa teessaniitiif maaf boottan? Yakkaan teessan guddoo, cubbuun teessanille bacaa waan teeteef, ani waan kana mara isin irratti godheera.
16
Amma ammoo Worri isin balleessu marti hin bada; diinoti keessan martinuu hin booji'aman; worri isin saamu hin saamama; worri isin dannabu marti hin dannabama.
17
Diinoti keessan isiniin, ‹Xiyoon gatanteerti; ka haajaa isi'ii qabu hin jiru› jedhanulle ani ammoo fayya'atti isin hin deebisa; madaa teessanille hin fayyisa.
18
«Kunoo, ani kolbaa tiyya worra sanyii Yaaqoobii keessaa booji'ame hin deebisa; addee isaan le'anutti isaaniif hin marara. Qachaan Yerusaalemii addee duriititti deebi'ee hin ijaarama; manni mootumma'aalle a ddee duriititti deebi'ee hin ijaarama.
19
Achi keessaa faaruun galataatii fi qoonqoo firinxiixaa hin dhage'anti. Ani isaan hin baceessa malee, laakkossa isaanii hin diqqeessu; Ani ulfinna isaaniif hin kenna malee isaan hin salphatanu.
20
Ijoolleen isaanii akkuma durii hin teeti; kolbaan isaanii fuula kiyya duratti jabaattee hin dhaabbatti; ani worra isaan cunqursu mara hin adaba.
21
Namuma isaaniititti isaan sooressa; ka isaan bulchulle odduma isaaniitii hin dhalata. Ani gara kiyya isa hin dhikeessa; innille natti hin dhikaata; yoo akkas hin te'in eentu gara kiyya dhikaatiisaaf gama?
22
Maarre isin kolbaa tiyya hin teetan; anille Waaqa keessan hin te'a» jedha.
23
Kunoo mufiin Mootii Waan Maraa ta akka bubbee bokkeyaa hin kaati; hobonbolattiin mataa worra hamoole'ee irratti hin buuti.
24
Mootiin Waan Maraa fedhii ifii adoo hin muummessin mufiin isaa duubatti hin deebitu; bara dhufu'uu jiru keessatti akka dansaa hin hubattan.
← Chapter 29
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 31 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52