bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Jeremiah 4
Jeremiah 4
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 5 →
1
Mootiin Waan Maraa, «Ee kolbaa Israa'elii, yoo deebi'uu barbaaddane, gara kiyya deebi'a'a; waaqota dharaa keessan battii san ila tiyya duraa balleessitanee, worra addatamaa yoo naaf teetane,
2
dhuga'aan, haqaa fi balchumma'aan, ‹Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee› jettanee yoo kakattane, gosi biyya adda addaa isaan hin eebbifanti; ulfinnalle isaan hin dhaggatti» jedha.
3
Mootiin Waan Maraa kolbaa Yihuda'aatii fi kolbaa Israa'eliitiin, «Lafa hin qotamin qota'a; odduu qore'eetitti hin facaasina'a.
4
Isin kolbaan Yihuda'aatii fi worri Yerusaalem keessa leetanu, ana Mootii Waan Maraa keessaniif adda ifi baasa'a; yoo diddane sababa hujii hantuu teessaniitiif aariin tiyya akka ibiddaa bobeettee isin hin fixxi; ka isii dhaanfu hin jiru.
5
«Lafa Yihuda'aatii fi Yerusaalemii keessatti tultullaa afuufaa, qoonqoo teessan ol qabadha'aatii, ‹Wolitti qabama'a! Gara qachoota dalleya dhaka'aa qabuu baqannuu ti!› jedha'a.
6
Ani gara kaabaa irraa bala'aa fi badii guddoo waan fiduuf, baandiraa qabadha'aatii, adoo hin turin gara Xiyoonii baqadha'a.
7
Ka gosa biyya adda addaa balleessu akka neenqa gongomaa keessaa bayuu, lafa teessan balleessiisaaf, qachoota keessan diigee, nami tokkolle akka keessa hin jiraanne godhiisaaf, addee ifii irraa karaa irratti bayeera» jedha.
8
Maarre mufiin Mootii Waan Maraa ta akka ibiddaa bobeettu, waan nu irraa hin deebi'iniif, woyaa gaddaa uffadha'aatii, wiiccifadha'aatii bowa'a.
9
Mootiin Waan Maraa, «Guyyaa san mootichii fi qondaaltoti isaa addii hin kutatan; hayyooti hin sheephitti; raagotille hin rifatti» jedhe.
10
Achiin duuba ani, «Maaloo, Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dandeettu, shallaagaan adoo morma keenna irratti aggatamee jiruu, ati ‹Nageenni isiniif hin te'a› jedhaa kolbaa tanaa fi Yerusaalemii attam attam sodde ree!» jedheen.
11
Mootiin Waan Maraa, «Yennaa san kolbaa tanaa fi Yerusaalem irratti, qilleensi gubu qaccee koobota goddu'uu irraa gara kolbaa tiyyaa hin dhowa; qilleensi sun ammoo midhaan hafarsiisaaf yookiin qulleessiisaafii moti.
12
Ani isaanitti waan muruuf, qilleensi akka malee jaba'aa ajaja kiyyaan ergamee hin dhufa» jedhe.
13
Yennaa san ani, «Kunoo, diinni akka duumensaa, garreettaan isaanii ka fardaan harkifamu akka hobonbolatti'ii dhufan; fardooleen isaanii risaa caalaa xinnixxi; banne, aanne'e nu'uuf.
14
Ee Yerusaalem, akka fayyittuuf, hammeenna gadhaa keeti keessaa dhiqadhuu baasi; haga yoomii hammeenni si keessa jiraata?
15
Qachaa Daanii keessaa qoonqoon hin dhage'anti; koobota Efreemii irralle'ee badiin hin lallabanti.
16
Waan kana gosa biyya adda addaatitti hima'a; Yerusaalemille'etti lassa'aatii, ‹Loltooti si marsitu biyya fago'oo irraa hin dhufan; qachoota Yihuda'aa loliisaaf, itti hin caancaan.
17
Yerusaalem na irratti waan kaateef, akka namooti fichaa eegatanu, diinoti Yerusaalem hin marsan› jedha'a» jedhe.
18
Ee Yihuda'a, ideensi keetii fi hujiin teeti tana si'itti fidde; tun adabama keeti; adabamiis keeti kun attam attam hadhowa'a; gadhaa keeti keessa dhaqqabeera.
19
Hoola farra tiyya! Hoola farra tiyya! Ani dhibe'een gugguufe. Hoola laalaa gadhaa kiyyaa! Ani qoonqoo tultulla'aatii fi iyya lolaa waan dhage'eef, gadhaan kiyya na dhowata; ani ossuu hin dande'u.
20
Badiin badii irratti dhutteerti; latti duudiin onteerti; dunkaaniin tiyyaa fi gollaan kiyya dedhuma badaneeran.
21
Ani haga yoomii baandiraa lolaa ilaala? Haga yoomii qoonqoo tultulla'aalle dhage'a?
22
Kolbaan tiyya gowwaa waan teeteef, na hin beettu. Isaan ijoollee woy hin baane, ta hubantii hin qanne. Isaan waan hantuu hujiisaaf ogeeyyi'i; ammoo waan dansaa attam akka hujanu hin beekanu.
23
Ani lafa ilaale; kunoo isiin akka hin qaddu; duwwaalle'e. Ol gubbaalle ilaale; ifille irra hin jiru.
24
Ani gaarota ilaale; kunoo, isaan tacho'iisatti jiran; koobotille martinuu raafamiisatti jiraniiyyu.
25
Ani ilaale; kolbaan achi hin jirtu; sinbirreen marti kaatee baddeerti.
26
Ani ilaale; latti midhaan baachu goomolee teete; aarii jadduu Mootii Waan Maraatiin qachooti martinuu Mootii Waan Maraa duratti diigameera.
27
Mootiin Waan Maraa, «Latti marti ona hin teeti; te'uu malee, ani ijjumaa hin balleessu.
28
Ani waan dubbadheef, yaada kiyyalle waan hin jijjiireef, ani murteeffadhee duubatti waan hin deebineef, latti hin bootti; ol-gubbaalle hin dukkanootti» jedha.
29
Hogaa abbootii fardo'ootii fi worra guube'een loluutiin nami qachaa keessaa marti hin baqata. Gariin gongomaa keessa hin seenan; gariin rassaa hin yaaban. Qachooti martinuu duwwaa hin hafan. Nami tokkolle keessa hin le'u.
30
Isin kolbaa baddane, maan hujiisatti jirtan? Woyaa diintuu uffattanee, seesa worqi'iille naqattanee, ila teessan maaf kuula dibatane ree? Isin akkasuma ifi seefattane malee, worri dur isin jaalatu, isin tuffateera; isaan isin ijjeesiisaaf barbaadan.
31
Ani aadiisa akka dubartii ciniinsifattuu, ta finna qaraa deettuu takka dhage'e. Tunille iyya kolbaa Xiyoonii ta harka ifii diriirsitee, «Aanne'e! Nuuti gagganne! Harka worra nu ijjeesuutitti dabarfannee kennanne» jettu.
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 5 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52