bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
1 Chronicles 1
1 Chronicles 1
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 2 →
1
Aadam Seetii uumate; Seeti Heenoosiin uumate; Heenoos Qaayinaaniin uumate;
2
Qaayinaan Malaali'eeliin uumate; Malaali'eel Yaareediin uumate;
3
Yaareedi Heenookiin uumate; Heenooki Maatusaalaa uumate; Maatusaalaan Laamehiin uumate;
4
Laamehi Noohiin uumate; Ijoolleen dhiiraa ta Noohii Seem, Kaamii fi Yaafeeti;
5
Ijoolleen dhiiraa ta Yaafeetii Gaameer, Maagoog, Maadee, Yaawaan, Toobeel, Moosaah fi Taraasi;
6
Ijoolleen dhiiraa ta Gaameerii Askanaas, Rifaatii fi Tergaamaa fa'a.
7
Ijoolleen dhiiraa ta Yaawaanii Eliisaa, Tarsees, Kitimii fi Roodi'iin fa'a.
8
Ijoolleen dhiiraa ta Kaamii Kuush, Mitsiraayim, Fuuxii fi Kana'aaniin fa'a.
9
Ijoolleen dhiiraa ta Kuushii Saabaa, Hawilaa, Sebitaa, Raa'ima'aa fi Sabtakkaa fa'a; ijoolleen dhiiraa ta Raa'ima'aa Saaba'aa fi Didaani.
10
Kuush Naamruudiin uumate; Naamruudi adunyaa keessatti loltuu jabaa jalqabaa ta'e.
11
Mitsiraayimi abboota gosa Luudiimii, abboota gosa Anaamiimii, abboota gosa Lehaabii, abboota gosa Nafituheemii,
12
Abbaan Filisxeemotaa Faatiruusimii fi Kaasiluuhim banii gosa Kaaftoorimii fa'a uumate.
13
Kana'aan abbaa gosa Siidoonii, abbaa gosa Keexi'ii,
14
abbaa gosa Iyyaabusootaa, abbaa gosa Amoorotaa, abbaa gosa Gergeseenootaa,
15
abbaa gosa Eewwotaa, abbaa gosa Arkaawotaa, abbaa gosa Seeniyaawotaa,
16
abbaa gosa Araadeewotaa, abbaa gosa Samaareewotaa, abbaa gosa Amaatii fa'a uumate. Kunniin maruu fiixaa gosa Kaamiiti.
17
Ijoolleen dhiiraa ta Seemii Eelaam, Aasoor, Arfaakisd, Luudi, Aaraam; Ijoolleen dhiiraa ta Aaraamii Uutsi, Huuli, Geetirii fi Moosaaliin fa'a.
18
Arfaakisd Saalaa uumate, Saalaan Ebooriin uumate.
19
Eboor ijoollee dhiiraa lama uumate; bara san waan lafti qoqqoodamteef maqaa mucaan tokko Faaleeq jedhamee waamame; obboleessi isaa garuu Yooqixaan jedhame.
20
Yooqixaani Almoodaadiin, Saaleefiin, Hasraamootiin, Yaaraahim,
21
Hadooraahim, Awuzaalim, Daqlaan,
22
Obbooliin, Abimaa'el, Saabaan,
23
Ofriin, Ewulaaxiin, Yoobaabiin uumate; Kunniin maruu ijoollee dhiiraa ta Yooqixaanii turan. Fiixaan Seemiin irraa haga Abraamii maayessa Abrahaam jedhamee
24
Seem, Arfaakisdi, Saalaa,
25
Eboor, Faaleeq, Raagi'uu,
26
Seeroohi, Naakoori, Taaraa,
27
akkasuma fiixaa Abraamii maayessa Abrahaam jedhamee fa'a.
28
Abrahaam ijoollee dhiiraa Yisaaqii fi Ismaa'eliin uumate;
29
Fiixaan Ismaa'elii kanniin; mucaan hangafaa ka Ismaa'elii Nabaayooti, Qeedaari, Nabidaa'el, Mabiisaami,
30
Maasimaa, Duumaa, Maasaa'a, Kudaan, Teemaan,
31
Ixuur, Naafeesii fi Qeedimaa fa'a; kunniin maruu ijoollee dhiiraa ta Ismaa'eliiti.
32
Ijoolleen Abrahaam ta mata gala ufii Keexuraa irraa argate Zamiraan, Yooqisaan, Meedaan, Miidiyaam, Yesibooqi, Siweehi; ijoolleen Yooqisaanii Saaba'aa fi Didaan.
33
Ijoolleen dhiiraa ta Miidiyaamii Geefeer, Eefeer, Heenoohi, Abidaa'ii fi Eelda'a; kunniin maruu ijoollee Keexura'aa turan.
34
Abrahaam Yisaaqiin uumate; ijoolleen Yisaaqii Eesawu'uu fi Israa'eliin fa'a.
35
Ijoolleen dhiiraa ta Eesawu'uu Eelfaaz, Raagu'eel, Ye'uutsi, Yee'ilaamii fi Qoree fa'a.
36
Ijoolleen dhiiraa ta Eelfaazii Teemaan, Omaar, Sifoo, Gootomi, Qeeneez, Timinaa'ii fi Amaaleeqi fa'a;
37
Ijoolleen Raagu'eelii Naahooti, Zaaraa, Saama'aa fi Mizahaa fa'a.
38
Ijoolleen dhiiraa ta Seeyirii Looxaan, Soobaal, Tsibi'oon, Aanaa, Diisoo, Eesirii fi Diisaan fa'a.
39
Ijoolleen dhiiraa ta Looxaanii Hoor, Heemaam, Timunaa'ii fi Obboleettii Looxaanii fa'a turte.
40
Ijoolleen dhiiraa ta Soobaalii Aalwaal, Manihaad, Eebaal, Siifoo fi Awunaamiin fa'a. Ijoolleen dhiiraa ta Tsibi'oonii Ayyaa fi Aanaa fa'a.
41
Ilmi Aana'aa Diisoon. ijoolleen dhiiraa ta Diisoonii Heemdaan, Esbaan, Yitinaanii fi Kiraaniin fa'a.
42
Ijoolleen dhiiraa ta Aatsirii Bilihaan, Za'iwaanii fi Aqaaniin fa'a. ijoolleen Diisoonii Uutsii fi Aaraan fa'a.
43
Ijoollee Israa'elii irratti uduu mootiin tokkollee hin moosifamne mootonni biyya Edoomiyaasiititti mooyan kanniin fa'a; qachaan ilmi Bi'oorii Baalaaq bulche Dinhaabaa jedhamti turte.
44
Baalaaq du'ee bikka isaa namni biyya Baasora'aa ilmi Zaara'aa Iyyoobaab mooye.
45
Iyyoobaabillee du'ee bikka isaa Husaamiin namni biyya Teemaanii mooye.
46
Husaamillee du'ee bikka isaa Haadaad ilmi Baadaadii ka raasaa Moo'aabotaatitti Miidiyaamota dhayetu mooye; maqaan qachattii sanii Haawiti jedhamti.
47
Haadaadillee du'ee bikka isaa namicha biyya Masireqe'aa Saamila'atu mooye.
48
Saamilaanillee du'ee bikka isaa Saa'ul namni biyya Rohoobootii laga Efraaxisii biratti argamtuutitu mooye.
49
Saa'ulillee du'ee bikka isaa Alihaanaaniin ilmi Akiboorii mooye.
50
Alihaanaanillee du'ee bikka isaa Haadaad mooye; maqaan qachattii sanii Faa'uu turte; haati manaa isaa ta Maahexabi'eel jedhamtu intala ilma ilma isaa ta Maanaareedii turte.
51
Haadaadillee hin du'e; bulchoonni Edoomiyaasii Timinaa'i, Aliwaa, Yeetee,
52
Ahiilibaamaa, Eelaa, Finoon,
53
Qeeneez, Teemaam, Mibisaar,
54
Magidi'eelii fi Iraamiin fa'a; kunniin bulchoota worra Eedoomii turan.
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 2 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29