bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
1 Chronicles 8
1 Chronicles 8
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 9 →
1
Biiniyaam ijoollee dhiiraa shan uumate; isaan akkuma umurii isaaniitiin Beelaan, Asbeel, Ahaaraa,
2
Nohaana'aa fi Raafaaniin fa'a.
3
Fiixaan Beela'aa Adaar, Geeraa, Abihuud,
4
Naa'imaa, Ahowaa,
5
Geeraa, Safuufaa, Huuraaniin fa'a.
6
Fiixaan Eehudii Naa'imaa, Ahaaya'aa fi Geeraa fa'a.
7
Isaan maatii duraan Gibi'aa keessa jiraatanii fi worra achiin maayessa hulee sanii baqatanii gara Mihaanaayii dhaqanii jiraataniif bulchoota turan; namni achi isaan fide Geeraa abbaa Uuza'aatii fi abbaa Ahihuudiiti;
8
Shahaaraayim haawwota manaa lamaan ufii ta Uushim jedhamtuu fi ta Baa'iraa jedhamtu haga baaseen maayessa
9
biyya Moo'aabiititti ijoollee torbaa haadha manaa ufii Haadeeshiin irraa uumate; isaan Yoobaab, Dibiyaa, Maasee, Maalkaam,
10
Yi'uuxi, Shakkiya'aa fi Mirmaa fa'a; ijoolleen isaa maruu bulchoota maatii ufii ta'an.
11
Ammallee haadha manaa ufii ta Uushim jedhamtu irraa ijoollee dhiiraa lama Abixuubii fi Eelfi'aaliin uumate;
12
Eelfi'aali Eebeer, Miishaam, Aano'oo fi Loodiin uumate; Shemeed nama qachoota Anoonii fi Lood jedhamtee waamamtuu fi gandoota naannoo isaaniititti argaman maraa ka ijaare.
13
Bari'aanii fi Shama'aan worra qachaa Ayaaloonii keessa jiraatan bulcha'aa turan; isaan worra biyya Geetii keessa jiraatan maraa hin ari'an.
14
Fiixaan Bari'a'aa Ahiyuu, Shaashaaq, Yireemiti,
15
Zibaadiyaa, Araadi, Eediri, Mikaa'eli, Yishaapha'aa fi Yoohaan fa'a ijoollee Bari'a'aati.
17
Ijoolleen Eelfi'aalii ta dhiiraa Zibaadiyaa, Meesulaam, Hisqii, Hebeer,
18
Yishimiraayi, Yiziliya'aa fi Yubaabiin fa'a.
19
ijoolleen dhiiraa ta Saama'ii Yaaqiimi, Zikkiri, Zabiidi,
20
Eelenaayi, Xiltaayi, Eesi'eel,
21
Adaayaa, Biraaya'aa fi Shimiraatiin fa'a.
22
ijoolleen dhiiraa ta Sooleeqii Yishiphaan, Ebeer, Eeli'eel,
23
Abdoon, Zikkiri, Hanaan,
24
Hanaaniyaa, Eelaam, Antootiyaa,
25
Yifiidiya'aa fi Faanu'eeliin fa'a.
26
Shamshiraayi, Shahaariyaa, Gotoliyaa,
27
Yaareshiyaa, Eeliyaana'aa fi Zikkiri ijoollee dhiiraa ta Yeroohaamiiti.
28
Kunniin maruu worra Yerusaalemiin keessa jiraataniif bulchoota maatii ufii masakkaniif fiixaa isaanii ka dhiigaati.
29
Yi'i'eel qachaa Gabaa'oonii ijaaree keessa jiraate; haati manaa isaa ta Maa'ikaa jedhamtu yoo taatu,
30
Ilmi isaa ka hangafaa Abdoon jedhama; ijoolleen dhiiraa ta biraa Duur, Qiis, Ba'aal, Naadaab,
31
Geedoor, Ahiyuu, Zaakeer fa'a biyya Gabaa'oonii keessa jiraatan.
32
Miqilooti Saami'aa uumate; isaan obboleewwan ufii woliin Yerusaalemiin keessa jiraatan.
33
Neeri Qiisiin uumate; Qiisi Saa'oliin uumate; Saa'ol Yoonaataa, Milkisaa, Aminaadaabii fi Asa'aaliin uumate;
34
Ilmi dhiiraa ka Yoonaata'aa Mariiba'aal Miikaa uumate;
35
ijoolleen dhiiraa ta Miika'aa Piitoon, Meeleek, Taare'aa fi Akaaziin fa'a.
36
Akaazi Yiho'aadaa uumate, Yiho'aadaan Alemeeti, Azmootii fi Zamirii uumate; Zamiri Mooxaa uumate;
37
Mooxaan Bini'aaniin uumate, Bini'aan Raaffayaa uumate Raaffayaan Eel'aasaa uumate, Eel'aasaan Aseeliin uumate;
38
Aseel ijoollee dhiiraa jaha uumate, maqaan isaanii Azriqaam, Bokiruu, Ismaa'el, Sha'aariyaa, Abdiyyuu fi Haannaa fa'a.
39
Obboleessi Aseelii hangaftichi Ulaan, lammeessoon Iyyaas, ka Sadeesso'oo Eelfalaatiin fa'a.
40
Ijoolleen Eelaamii ta dhiiraa loltoota jannaa fi worra eboo darbatan turan; fiixaan isaanii maruu ijoollee dhibbaa fi shantamaa fi ijoollee ijoollee ufiillee hin qaban turan.
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 9 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29