bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
1 Chronicles 13
1 Chronicles 13
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 14 →
1
Mootichi Daawiti bulchoota loltoota kumaatii fi bulchoota loltoota dhibbaa woliin mari'ate;
2
Achiin maayessa inni banii Israa'elii maraan, «Yoo isin waan kana maarre jettanii fi yoo fedha Rabbii ta'e gara qachoota namoonni keenna worri gadootaatii fi worri Leewwotaa keessa jiraatanitti namoota erginee akka dhufanii nu woliin wol gayii godhan haa goonuu;
3
Saanduuqa waadaa Rabbii ka bara mootii Saa'olii lash itti jennee dhiifne dhandhee haa finnuu» isaaniin jedhe.
4
Wonti inni jedhe kun waan banii gammachiiseef baniinillee haa ta'uu jedhe.
5
Kanaafuu Daawiti Saanduuqa Waadaa Rabbii Qiriyaatiyi'aarimii gara Yerusaalemii fidu'uuf banii Israa'elii gara kibbaatiin haga daangaa biyya Misirii; gara kaabaatiin haga karaa gara Hamaatii fiduu wolitti qabe.
6
Daawitii fi baniin Israa'elii maruu saanduuqa waadaa Rabbii Waaqa ufii ka konkolaataa fardaa haarawa irra jiru ka maqaa Rabbiitiin waamamu fidu'uuf qachattii Qiriyaatiyi'aarimii Ba'aalaa bulchiinsa Yihuuda'aa keessa jirtu keessaa fuudhu'uuf dhaqan.
7
Saanduuqa waadaa Rabbii mana Aminaadaabiitii baasanii konkolaataa fardaa haarawatti fe'anii Uuzaanii fi Ahiyyo gaarii fardaa oofan.
8
Daawitii fi baniin Israa'elii maruu Masiinqoo, Dibbee, meeshaa sagalee guddaa kennu dhaya'aa, meeshaa shaka shaka jedhu dhaya'aa, xurumbaa afuufa'aa faarfata'aa hunna ufii guutu'uun ulfinna Rabbiitiif jedhanii hawwisan.
9
Hennaa Oobdii Kidoonii bira gayan, sangoonni konkolaataa fardaa harkiftu waan burraaqa'aa turteef Uuzaan saanduuqa waadaa Rabbii qabu'uuf hiixate.
10
Uuzaan waan Saanduuqa waadaa Rabbii tuqeef Rabbi isa qoome; kanaaf Uuzaan achumatti Rabbiin afo'otti du'e.
11
Rabbi waan Uuzaa qoomeef Daawiti gadde; haga adhaa maqaa hulee sanii hulee Uuzaan itti qoomame; «Pered Uzaa» jedhama.
12
Achiin maayessa Daawiti waan guddisee Rabbiin sodaateef, «Eeganaa saanduuqa waadaa Rabbii kana attamiin gara mana kiyyaa fiduu danda'a?» jedhe.
13
Daawiti saanduuqa waadaa Rabbii gara mana ufii fiduu dhiisee gara mana Abidaaraa qachaa Geetii keessa jiraatuu dabarsee fide.
14
Saanduundhi waadaa Rabbii mana Abidaara'aa keessa haga ji'a sadihii taa'e; Rabbi mana Abidaara'aatii fi waan inni qabu maraa eebbise.
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 14 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29