bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
1 Chronicles 3
1 Chronicles 3
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 4 →
1
Ijoolleen Daawitii biyya Keebrooniititti dhalatan kanniin fa'a; ka hangafaa Aminoon; ka lammeesso'oo Daani'eelii Akinaahoomii gosa Iyiziraa'eelii irraa dhalate, ka sadeesso'oo Maayikaa intala mootii Geeshurii ka Talmaayiin irraa dhalate Abeseloom; ka arfeesso'oo Adooniyaasii Aagittiin deette; ka shaneesso'oo Shafaaxiyaa Abixaal deette; ka jaheesso'oo Yitirahaamii Eegilaan deette.
4
Kunniin maruu hennaa inni Keebroonitti woggaa torbaa fi ji'a jahaa bulche dhalataniif. Daawiti Yerusaalemiin keessa taa'ee woggaa soddomii sadihii bulche.
5
Achitti ilmaan heddu argate; intalti Beersaabeehi mucattiin Aami'eelii Saamuus, Soobaab, Naataanii fi Solomooniin deette.
6
Ijoollee biraallee sagal qaba; isaanillee Iyyaabehaar, Eeliisu'ee, Eelifaalaati,
7
Noogaa, Naafeeq, Yaafiyaa,
8
Eelsaamaa, Eldaaye'ee fi Elifalaatiin fa'a.
9
Kanniiniin alallee ijoolleen Daawiti dubartoota mata gala itti galu irraa uumate ijoollee dhiiraa ta biraallee hin qaba; mucattii intalaa ta Timaar jedhamtee waamamtullee hin qaba.
10
Fiixaan dhaloota Solomoonii akka armaan gadiiti; Solomoon, Roobi'aam, Abiyaa, Aasaa, Iyyoosaafixi,
11
Iyyooraam, Akaaziyaas, Iyyoo'aas,
12
Ameesiyaas, Azaariyaas, Iyyoo'aataam,
13
Aka'aaz Hisqiyaas, Minaasee,
14
Amootsii fi ilma isaa Iyyoosiyaas.
15
Ijoolleen dhiiraa ta Iyyoosiyaasii ka hangafaa Yohaanaan, ka lammeesso'oo Iyyoo'aaqeem, ka sadeesso'oo Sedeqiyaasii fi ka arfeesso'oo Shaloomiin fa'a.
16
Iyyoo'aaqeem garuu ijoollee dhiiraa lamaan Ikooniyaanii fi Sedeqiyaasiin uumate.
17
Ijoolleen nama Baabilooniin booji'amee ta Ikooniyaanii Salatiyaal, Malkiraam,
18
Faddayaa, Shenaatsaar, Yiqaamiyaa, Hooshaama'aa fi Naadaab fa'a.
19
Ijoolleen dhiiraa ta Faddaya'aa Zarubaabeelii fi Saame'i fa'a; Zarubaabeelillee ijoollee dhiiraa lamaan Meesulaamii fi Hanaaniyaa jedhamanii waamamanii fi mucattii Shaloomiiti jedhamtu qaba.
20
Akkasuma ijoollee dhiiraa shan ta biraa Hashubaa, Aheel, Barakiyaa, Asaadiya'aa fi Yooshabihiseed jedhaman qaba.
21
Hanaaniyaan ijoollee dhiiraa Falaaxiyaala'aa fi Yeshaayaa uumate; Yeshaayaan Raafaayaaniin uumate; Raafaayaan Arnaaniin uumate; Arnaani Abdiyyuu uumate; Abdiyyu Sekeniyaa uumate.
22
Sekeniyaan Shamaayaa uumate; Shamayaan Haxuusiin, Yigi'aaliin, Bariyaahiin, Na'aariyaa fi Shafaaxiin uumate;
23
Na'aariyaan ijoollee dhiiraa sadiin Elyoo'enaayi, Hisqiyaasii fi Izraaqaamiin fa'a uumate;
24
Elyoo'enaayi ijoollee dhiiraa torba Hodaayiwaa, Elyaaseeb, Feeliyaa, Aquub, Yohaanaan, Dalayaa fi Hanaaniin fa'a uumate.
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 4 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29