bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
1 Chronicles 4
1 Chronicles 4
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 5 →
1
Fiixaan Yihuuda'aa Faarees, Asroom, Karmii, Hoorii fi Soobaaliin fa'a.
2
Soobaal Raayaa uumate; Raayaan I'eetiin uumate; I'eeti Ayoomaanii fi Lahaadiiniin uumate; kunniin worra gosa Tsooriya'aati.
3
Ilmaan Exaamii Iyiziraa'el, Yeshimaa fi Yidibaashi; obboleettiin isaanii Hatsileelfoon.
4
Abbaan Gedoorii Faanu'eel; abbaan Hashimii Atseer; kunniin maruu ijoollee Efraataa abbaa Beetaliheemii ta ilama hangaftichaa ta Hooriiti.
5
Ashaahuriin qachaa Tequhe'ee ijaare haadha manaa lamaa ta Helaalaa fi Naa'iraa jedhamtu qaba.
6
Ashaahuri haadha manaa ufii ta Naa'iraa jedhamtu irraa Ahuzaamiin, Oofeeriin, Teemnii fi Ashtaariin fa'a uumate; kunniin ijoollee Naa'ira'aati.
7
Akkasuma haadha manaa ufii ta Heelaa jedhamtu ijoollee dhiiraa Deereet, Hitsihaarii fi Eetinaariin deetteef.
8
Qootsi ijoollee dhiiraa Anoobii fi Tsoobeebiin uumate; akkasuma Qootsi ilma Haaroomii fiixaa gosa Arhaarheelii ta'aniifillee abba'a.
9
Yaabeetsi obboleewwan ufii keessaa nama kabajjamaa waan ta'eef haati isaa ani ciniinsuu gudda'aan isa dayeera jettee maqa isaa «Yaabeetsi» jettee itti baafte.
10
Yaabeetsillee «Yabo'oo eebba keetiin na eebbisi; daangaa biyya kiyyaallee badhisi; harki keellee na woliin haa ta'u; akka hin gaddine waan hamaa irraa na eegi» jedhee Rabbii Waaqa Israa'elii kadhate; Rabbillee waan inni kadhate hin kenneef.
11
Kiluubi obboleessi Shuha'aa Mihiiriin uumate; Mihiirillee Eshetooniin uumate;
12
Eshetoonillee Beetiraafaa, Husa'eenii fi Tahinaa uumate; kunniin namoota Reegiiti.
13
Qeneezillee Gotoniyaalii fi Sarayaa uumate; Gotoniyaali ijoollee dhiiraa lamaan ka Hotata'aa fi Ma'oonaa jedhamanii waamaman uumate;
14
Ma'oonotaayi Oofraa uumate; Sarayaanillee Iyyoo'aabii abbaa Geesheerii uumate; isaan worra ogummaa harkaa qabu tura.
15
Kaaleebi ilmi Yoofoonii ijoollee dhiiraa sadiin Iruu, Eelaa fi Na'aamiin uumate. Eelaanillee Qeeneeziin uumate;
16
Yihaaleelillee ijoollee dhiiraa Ziif, Ziifaa, Tiri'aa fi Asaali'eeliin uumate
17
Eeziraamillee ijoollee dhiiraa ta Yeeteer, Meereed, Eferee fi Yaaloon jedhamanii waamaman uumate; Meereedillee dubartii maqaan Bitiyaa jedhamtu mucattii mootii Misirii fuudhee mucattii durbaa ta Maariyaam jedhamtuu fi ijoollee dhiiraa ta Shamaayii fi Yushibaayi jedhamanii waamaman uumate; Yushaabaayi qachaa Eshitaamo'aa jedhamtee waamamtu ijaare; Meereedillee gosa Yihuuda'aa keessaa intala takka fuudhee Yuureedii qachaa Gaadoorii ijaaree fi Yiqiti'eelii qachaa Yazanuha'aa ijaare uumate;
19
Hoodiyaan obboleettii Nahaamii fuudhe; isaan abboota gosa Garmi'ii ta qachaa Qa'ila'aa keessa jiraatanii fi gosa Maa'ika'aa ta qachaa Eshtaamo'aa keessa jiraata'aa turaniif ta'an.
20
Shimoon ijoollee dhiiraa ta Aminoon, Riinaa, Beenihaanaanii fi Tiloon jedhamanii waamaman uumate; Yuushi'iinillee ijoollee dhiiraa ta Zoheetii fi Beenzooheet jedhaman uumate.
21
Sheelaan ijoollee Yihuuda'aa keessaa tokko. Fiixaan isaa worra qachaa Leeka'aa ijaaran Eer, Laa'idaa qachaa Maareesha'aa ijaare, worra gosa qachaa Ashibe'a'aa keessa jiraatan ka uffata jirbii irraa fooyame hojjatan.
22
Iyyoo'aasii fi Saaraaf dubartoota gosa Mo'aabotaa ka qachaa Yooqimii fi Koozeebaa keessaa fuudhan Beeteliheemiin keessa jiraata'aa turan; (galmeen maati'ii kun ka duriiti.)
23
Isaan hojjattoota worra mana mootumma'aa ijaaran ta'anii qachaa Naxaamii fi Gadeeraa jedhamanii waamaman keessa jiraata'aa turan.
24
Simoon ijoollee dhiiraa ta Naamu'eel, Yaamiin, Yaariib, Zarahinaa fi Shaa'ul jedhamanii waamaman uumate;
25
Shaa'ul Shaaluumiin uumate; Shaaluumillee Mibisaamiin uumate;
26
Mishaama'illee Hamu'eeliin uumate; Hamu'eelillee Zakkuuriin; Zakkuurillee Shimi'aaniin uumate;
27
Shimi'i ijoollee dhiiraa kudha jahaa fi ijoollee intalaa jaha uumate; obboleewwan isaa garuu ijoollee baay'ee hin uumanne; kanaafuu gofti Simoonii haga gosa Yihuuda'aa hin baay'anne.
28
Fiixaan Simoonii haga bara mootummaa Daawitii qachoota Beersaabeeh, Molaadaa, Hatsarshu'aat,
29
Bilihaatseemii fi Tolaadiin,
30
Baatu'eel, Hoormaa, Tiqilaagi,
31
Beetimaarkaaboot, Hoxaarsusiim, Beetibriinaa, Shaa'iraayim,
32
Akkasuma Eexaam, Ayin, Rimoon, Tookeenii fi Ashoon jedhamanii waamaman qachoota shanan didiqqa'aa fi
33
gandoota naannoo isaaniititti argaman keessa jiraata'aa turan; huleen isaan keessa jiraatan kun haga qachaa Baa'ilaatiiti; galmeen barreeffama fiixaa Simoonii ka maatii isaatii fi naannoon isaan keessa jiraatan qabate kana ture.
34
Bulchoonni gosa maraatuu worra asii gaditti ibsaman; Mashoobaab, Yamleek, Yooshaa ilma Ameesiyaasii,
35
Yoo'el, Iyyuu ilma Yoshibiya'aa, Yoshibiyaa ilma Sarayaa, Sarayaa ilma Asi'eelii;
36
Eeliyoo'enaayi, Yaaqoobaa, Yashoohayaa, Asaayaa, Adi'eel, Yashimi'eel, Banayaa'a,
37
Ziizaa ilma Shifi'aa, Shimiriinii ilma Yadaya'aa fi Shimi'ii ilma Aaloonii fiixaa Shamaa'iya'aa kanniin fa'a.
38
Worri maqaan isaanii waamamu kunniin gosa ufii irratti bulchaa turan.
39
Hulee horii ufii itti yaafatan barbaadu'uuf karaa seensa Gedooriitiin haga dhooqa baya biiftu'uu deeman.
40
Achitti biyya laliftuu marga gayaa qabduu fi ta nagaya qabdu baay'ee argatan; baniin armaan dura achi jiraata'aa turan gosa Kaamiiti.
41
Bara Hisqiyaas Yihuudaa bulcha'aa ture namoonni armaan olitti maqaan isaanii tuqame gara biyya Garaarii deemanii goom'e'ee fi daasee namoota achi jiraatanii maraa diigan; isaan gosa Kaamiitii fi worra Maa'unaawotaa sirima balleessan; horii ufiitiif lafa margaa baay'ee waan arganiif banii ari'anii hennaa dheera'aaf achi jiraatan.
42
Fiixaa Simoonii keessaa namoonni dhibba shan ta'an gara gaara Eedoomii deeman; isaan namoonni jalatti bula'aa yookaan isaan bulcha'aa turan, ijoollee Yishi'ii Falaaxiyaa, Na'aariyaa, Rafaayii fi Uzaa'eeliin fa'a turan.
43
Isaan worra achitti hafanii turan worra Amaaleqii fixan; henna san irraa jalqabee achi jiraachuu jalqaban.
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 5 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29