bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
1 Chronicles 25
1 Chronicles 25
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 24
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 26 →
1
Mootichi Daawitii fi bulchoonni Leewwotaa Asaaf, Eemaanii fi ijoollee Yidutu'uu, faaruu Hafuurri Woyyuun isaanii kenne masiinqo'oon, meeshaa sagalee guddaa dhageessisuun, meeshaa shaka shaka jedhuun isaan marsanii akka faarfataniif isaan fooyan; maqaan worra tajaajila kana tajaajilanii
2
Ijoollee Asaafii keessaa Zaakuur, Yooseef, Nataaniyaa, Ashar'el; ijoolleen Asaafii kunniin worra nama ajaja mootichaatiin raaga dubbate Asaafiin jala jiru,
3
Gosa Edootaamii keessaa ijoolleen Edootaamii Godoliyaas, Xirii, Yeshaayaa, Saame'i, Hashabiya'aa fi Matitiya'a; jahan kunniin worra abbaa ufii ka ajaja mootichaatiin raaga dubbate jalatti masiinqo'oon galataa fi ulfinna Rabbiif dhiyeessan.
4
Ijoollee Eemaanii keessaa Buqiyaa, Mataaniyaa, Azaar'eel, Iyyaarimuut, Hanaaniyaa, Hanaani, Eelyaataa, Gidooti, Roomaanti'eezar, Yooshbiqaashaa, Malooti, Hutiirii fi Mahaazootiin fa'a;
5
Kunniin maruu worra xurumbaa guddisanii haa afuufani'iif filataman; ijoollee Eemaanii ka akka jecha Rabbiitiin mootichaa raaguuti; Rabbi Eemaaniif ijoollee dhiiraa kudha afurii fi ijoollee intalaa sadihi kenneef.
6
Kunniin maruu worra mana Rabbii keessatti meeshaa shaka shaka jedhuun, meeshaa laagaa guddaa dhageessisuun akka faarfataniif mana woyyuu Rabbii keessattillee abbaa ufii Asaafiin jalatti tajaajila'aa turan; Asaaf Edootaamii fi Eemaan ajaja mootichaa jalatti bulan.
7
Ogeeyyiin isaanii obboleewwan isaanii woliin worri Rabbiin tajaajilu'uuf beekkumsa qaban wolumaa galatti namoota dhibba lamaa fi saddeettamii saddeet.
8
Gayee hujii isaanii isaanii kennu'uuf jaarsa ta'ee'e ka'ima, barsiisaa ta'ee'e barataa, nama kamiinuu uduu wol hin caalchine hixaa buusa'aa turan.
9
Hixaan jalqabaa Yooseefii gosa Asaafiitiif. hixaan lammeesso'oo Godoliyaasiif; inni obboleewwan woliin namoota kudha lama.
10
Hixaan sadeesso'oo Zakuurii fi obboleewwan isaatiif baye; maatiin isaaniillee kudha lama.
11
Hixaan arfeesso'oo ijoollee Yixiriitii fi obboleewwan isaaniitii baye; maatiin isaanillee wolumatti qabaa namoota kudha lama.
12
Hixaan shaneesso'oo Naataaniya'aa fi obboleewwan isaanii kudha lamaanii baye.
13
Hixaan jaheesso'oo Buqiya'aa, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
14
Hixaan torbeesso'oo Yishiri'eeliif, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
15
Hixaan saddeetesso'oo Yeshayaa, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
16
Hixaan salgeesso'oo Maataaniyaa, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaanii kudha lamaaniif baye.
17
Hixaan kudhaneesso'oo Saame'i, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
18
Hixaan kudha tokkeesso'oo Azaari'eel, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
19
Hixaan kudha lammeesso'oo Hashaabiyaa, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
20
Hixaan kudha sadeesso'oo Subaa'el, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
21
Hixaan kudha arfeesso'oo Maatiyaa, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
22
Hixaan kudha shaneesso'oo Iyyaarimuut, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
23
Hixaan kudha jaheesso'oo Hanaaniyaa, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
24
Hixaan kudha torbeesso'oo Yooshbiqaashaa, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
25
Hixaan kudha saddeetesso'oo Hanaanii, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
26
Hixaan kudha salgeesso'oo Malootii, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
27
Hixaan diddameesso'oo Eeliyaataa, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
28
Hixaan diddamii tokkeesso'oo Hotirii, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
29
Hixaan diddamii lammeesso'oo Gidooliiti, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
30
Hixaan diddamii sadeesso'oo Mahaaziyootii, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
31
Hixaan diddamii arfeesso'oo Roomaanti'eezarii, ijoollee isaatii fi obboleewwan isaa kudha lamaaniif baye.
← Chapter 24
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 26 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29