bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
1 Chronicles 24
1 Chronicles 24
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 23
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 25 →
1
Ijoolleen Aaroonii Naadaabi, Abiyuudi, El'eezerii fi Itaamiriin fa'a.
2
Naadaabii fi Abiyuudi uduu hin uumanne abbaa ufii dura du'an; kanaafuu obboleewwan isaanii El'eezerii fi Itaamiri gadoota ta'an;
3
Daawiti ijoollee El'eezerii Saadooqii fi ijoollee Itaamirii Abemelekiin woliin akkaatama seera tajaajila isaaniitiin isaan ramade.
4
Bulchoonni ijoollee El'eezerii bulchoota ijoollee Itaamirii hin caalan; akkaataan isaan itti ramadamanillee bulchoonni maatii ijoollee El'eezerii kudha jaha, bulchoonni maatii ijoollee Itaamirii garuu akka saddeet ta'u murteessanii ramadan.
5
Ijoollee El'eezeriitii fi ijoollee Itaamirii keessaa worri mana woyyuu Rabbii keessa tajaajilan waan jiraniif akkanatti akka hixa'aan tajaajilaniif qooda isaanii kennan.
6
Dursanii hixaa kaasu'uuf fiixaan El'eezeriitii fi fixaan Itaamirii kore koree seenan; Kanaan maayessa Shaamaa'ii ilma Naatinaa'elii gosa Leewwotaatitu isaan galmeessa'aa ture; mootichinii fi bulchoonni biyyaa ka baallii qaban goshoonni mootichaa Saadooqiin gadichinii fi Abemelek ilmi Abiyaatarii akkasuma bulchoonni maatii gadootaatii fi maatii Leewwotaa maruu worra raga'aa turan.
7
Hixaan jalqabaa Iyyoo'ariibiif, hixaan lammeesso'oo Yoodaahe'eef,
8
Hixaan sadeesso'oo Kaarimiif, hixaan arfeesso'oo Si'ooriimiif
9
Hixaan shaneesso'oo Malkiya'aaf, hixaan jaheesso'oo Miyaaminiif baye.
10
Hixaan torbeesso'oo Aqoosiif, hixaan saddeetesso'oo Abiya'aaf,
11
Hixaan salgeesso'oo Iyyaasu'uuf, hixaan kudhaneesso'oo Sekeniya'aaf,
12
Hixaan kudha tokkeesso'oo Eeliyaaseebiif, hixaan kudha lammeesso'oo Yaaqiimiif,
13
hixaan kudha sadeesso'oo Ooppa'aaf, hixaan kudha arfeesso'oo Shebaabiif,
14
hixaan kudha shaneesso'oo Bilga'aaf, hixaan kudha jaheesso'oo Emeeriif, hixaan kudha torbeesso'oo Eeziriif,
15
hixaan kudha saddeetesso'oo Hafixeexiif,
16
hixaan kudha salgeesso'oo Fattaaya'aaf, hixaan diddameesso'oo Ezelqeeliif,
17
hixaan diddamii tokkeesso'oo Yaakiiniif, hixaan diddamii lammeesso'oo Gaamu'eeliif,
18
Hixaan diddamii sadeesso'oo Dilaya'aaf, hixaan diddamii arfeesso'oo Maaziya'aaf baye.
19
Akkuma Rabbi Waandhi isaanii isaan ajajetti akkuma seera Aaroon abbaan isaanii isaanii kenneetitti seerri gara mana woyyuu Rabbii tajaajilu'uuf ittiin seenanii kana.
20
Ijoollee Leewwotaa keessaa worri hafan ijoollee Imbaaraamii keessaa Subaa'el, ijoollee Subaa'elii keessaa Yehidiya'a,
21
bulchaan ijoollee Raabiya'aa Yishiya'a; worra gosa Yisara'aa keessaa Shaaloomiiti; ijoollee Shaaloomiitii keessaa Yabaati,
23
Ijoollee Keebroonii keessaa bulchaan jalqabaa Yiriya'a; bulchaan lammeesso'oo Amaariya'a, bulchaan sadeesso'oo Hizi'eel, bulchaan arfeesso'oo Yiqaami'aam.
24
Mikkaan ilma Uuzi'eeliiti; Shaamiri ilma Mikka'aati.
25
Obboleessi Mikka'aa Yishiya'a; ijoollee Yishiya'aa keessaa Zakkaariyaas;
26
ijoolleen Meeraarii Mohoolii fi Muusi ilmi Yaaziya'aa Baanoo,
27
Ijoolleen Meeraarii Yaaziyaa, Baanoo, Shoohaam, Zakkuurii fi Ebiri.
28
Mohooli El'eezeriin uumate, El'eezer garuu ilma hin qabu ture.
29
Yirmi'eel ilma Qiisiiti;
30
Ijoolleen Muusii Mohooli, Edaarii fi Iyyaarimuuti. Kunniin maruu maatii fiixaa Leewwotaa turan.
31
Kunniinillee mooticha Daawitiin, Saadooqiin Abeemelekiin, worra Leewwotaatii fi bulchoota abboota gadootaa afo'otti guddaanillee akka nama diqqa'aatitti, akkuma ijoollee Aaroonii obboleessa ufiititti hixaa buufatan.
← Chapter 23
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 25 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29