bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Judges 17
Judges 17
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 18 →
1
Biyya Efreemii ka gaaraatitti nama Mikkaa jedhamutu ture.
2
Inni haadha ufiitiin, «Horii kee kuma tokkoo fi dhibba tokkoo ka waan namni si jalaa fudhate seetee nama abaarsifte ka dhuftee natti himte sun na bira jira natu fudhate!» isi'iin jedhe; haati isaa, «Ilma kiyya Rabbi si haa eebbisu» jetteen.
3
Horii kuma tokkoo fi dhibba tokkoo san hin deebiseef; isiinillee, «Ani saqilii kana sababaa ilma kiyyaatiif Rabbiif adda baasa, waaqa tolfamaa muka irraa hojjatamee saqili'iin marame ittiin hojjatama; kanaafuu horii kana deebisee simatti kenna» jetteen.
4
Hennaa inni horii san haadha ufiitii deebise, isiin birrii dhibba lamaa fuutee nama sibiila bassutti kennite; innillee yoma san sibiila bassee fakii hojjate; fakii san mana Mikka'aa kaayan.
5
Mikkaan kun mana waaqa ufii itti waaqeffatu qaba; waaqolee tolfamaa baay'ee hojjatee tokko Efuudi'ii fi Taraafiimiin tolchee ijoollee ufii keessaa nama tokko gadicha godhee muude.
6
Bara san worri Israa'elii mootii hin qaban ture; namni maruu woma isatti mishaa fakkaate godha ture.
7
Hennaa san qachaa Beetaliheemii bulchiinsa Yihuuda'aa keessa ka'imticha gosa Leewwi'ii tokkotu ture.
8
Namni kun bakka keessa jiraatu argachu'uuf Beetaliheemii ka'ee deeme; uduu deema'aaru, biyya gaaraa ka Efreemiititti mana Mikka'aa dhufe.
9
Mikkaan, «Eessaa dhufte?» jedheen. Innillee deebisee, «Ani nama gosa Leewwi'ii ka qachaa Beetaliheemii Yihuudaa keessaatitti hulee jiraadhu soqata'aaru» jedheen.
10
Mikkaan, «Na bira taa'i, gadichaa fi abbaa naa ta'i, anillee wogga wogga'aan uffata, dhiyanaa fi saqilii kudhanii sii kennaa» jedheen; namichi gosa Leewwi'iillee hin seene.
11
Namichi gosa Leewwi'ii sun namicha san woliin jiraachuu barbaade, ka'imtichi akkuma ijoollee isaa ta'eef.
12
Mikkaan namicha gosa Leewwi'ii san hin woyyoomse, Ka'imtichillee gadicha ta'eef, wonti kun mana Mikka'aa keessatti ta'e.
13
Mikkaan, «Namni gosa Leewwi'ii waan gadicha naa ta'eef, Rabbi waan mishaa akka naa raawwatu amma beekeera» jedhe.
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 18 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21