John 18
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
7Yesus ammallee, “Isan eennu barbaaddan?” jedhee warra gaafatee jennaan, “Yesus Naazireetii” jedhan.
13Qaraa gara Haannaas isa geessan; innii abbaa niitii Qayyaafaa, ka ganna sun qaallicha guddaa ta'e.