Matthew 14
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
9Herodis laalefatee, ammoo marroo kakuu isaatiif ammallee marroo keessuma isaatiif, “Kennaaf” jedhe.
22Jennaan Yesus haga ufii biyya galchu, jara ufitiin, “Hoboloo keessa duudaa galaana taakkaa” jedhe.
28Jennaan Phexros, “Aabboo! Yo dhuguma si taate, ‘Bisaan gubbaa deemii kootti!’ naan jedhi” jedheen.